Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa namoota 3,747 hojjetameera.…