Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Ingiliiz Ityoophiyaatti daawwannaa gaggeessaa jiru Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ingiliiz Doomiiniik Raab Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru. Ministirichi har’aa…
Oduu biyya keessaa Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru… Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru qophaa’e. Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa Waldaa Daawwachiiftota Ityoophiyaa waliin waliigaltee hojii… Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa Waldaa Daawwachiiftota Ityoophiyaa waliin waliigaltee hojii mallatteesse. Waliigalticha Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Hojii tola ooltummaa damee barnootaa Ganna darbee hojjetame keessatti abbootii qabeenyaa, dhaabbilee… Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Hojii tola ooltummaa damee barnootaa Ganna darbee hojjetame keessatti abbootii qabeenyaa, dhaabbilee fi barsiisota hirmaannaa olaanaa taasisaniif…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame har’a waaree booda eebbifameera.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala sirreessaa Taanzaaniyaa turan gara biyya isaaniitti deebi’uufi Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala sirreessaa Taanzaaniyaa turan gara biyya isaaniitti deebi’uufi. Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala…
Oduu biyya keessaa Miseensota ABO shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Qellam Wallaggaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuu fi duula hojii nageenya mirkaneessuuf gaggeeffamee miseensota ABO Shanee 5 irratti…
Oduu biyya keessaa Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Koomiishigaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuuz godina Asoosaa aanaa Asoosaa ganda Koomiishigaatti Waajjira Giiftii Dureen kan ijaarrame manni barumsaa sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan jahaan darbanitti Diyaaspooraan Doolaara biiliyoona 1.4 gara biyyaa erguu ibsame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Baatiwwan jahaan darbanitti Diyaaspooraan Doolaara biiliyoona 1.4 gara biyyaa erguu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Boordichi gabatee yeroo taa’een paartileen siyaasaa mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan… Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Paartileen Siyaasaa filannoo marsaa 6ffaarratti dorgoman akkaataa gabatee yeroo taa’een mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan Boordiin Filannoo…