Oduu biyya keessaa Koree teeknikaa kooriidorii Iityoo-Jibuutii waliin mari’atame Obse Wakgari May 11, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Koree teeknikaa kooriidorii Iityoo-Jibuutii waliin mari'atame. Ministirri Ministeera Geejibaa aadde Daagmaawiit Moogas koricha waliin…
Biiznasii Buufata Mojootti hojiin qorannaa vaayrasii koroonaa eegalamuun ibsame Obse Wakgari May 11, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Buufataa fi tarminaala Mojootti hojiin qorannaa vaayrasii koroonaa eegalamuun ibsame. Buufatichi meeshaalee alatti ergamanii fi alaa galaniif…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan hojii weerara vaayrasii koroonaa ittisuu gamaaggame Obse Wakgari May 11, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa hojii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf amma ammaatti hojjetame gamaaggame. Naannoo Oromiyaatti…
Idil Addunyaa Kooriyaatti weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin sodaa uumera Obse Wakgari May 11, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Kooriyaa Kibbaatti weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin sodaa uumera. Biyyattiitti guyyaa har'aa qofa namoota 35 irratti vaayrasichi…
Oduu biyya keessaa Hannii fi waliin dha’uun mallaaqa idil addunyaa teeknooloojiin deeggarame fashala’uu Tajaajilli… Obse Wakgari May 10, 2020 0 Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) – Hannii fi waliin dha’uun mallaaqa idil addunyaa teeknooloojiin deeggarame fashala’uu Tajaajilli Odeeffaannoo fi Nageenya Biyyaaleessaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sagantaan lammiilee rakkoof saaxilamoo ta’an kuma 40 ol fayyadamoo taasisu ifoome Obse Wakgari May 10, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan mata duree ‘maatii koo’ jedhuu lammiilee rakkoof saaxilamoo ta’an kuma 40 ol fayyadamoo taasisu ifoomeera. Deeggarsichi…
Oduu biyya keessaa Dr. Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Buriyaan waliin mari’atan. Obse Wakgari May 10, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duraa taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Burihaan…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan kurnaan darban keessatti galiin Birrii biiliyoona 1.9 ol walitti qabame Obse Wakgari May 10, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Baatiiwwan kurnaan darban keessatti galiin Birrii biiliyoona dhibbi 1 biiliyoona 98 fi miiliyoonni dhibbi 4 fi miliyoonni 77 fi 959 walitti qabamu…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee mootii Beeljiyeem waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari May 10, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Preezdaant FDRI Saahilawarq Zawdee mootii Beeljiyeem Fiiliip Lee’opooleed Luuwii waliin bilbilaan mari’atan. Preezdaantittiin mooticha waliin biyyooni…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamani miiliyoona 4 darbe Obse Wakgari May 10, 2020 0 Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamani miiliyoonaa 4 darbe. Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman miiliyoona 4…