Ityoophiyaa fi Sudaan nageenya naannoo daangaa jiru mirkaneessuuf waliin kan hojjetan ta’uu ibsame
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan nageenya naannoo daangaa jiru mirkaneessuuf waliin kan hojjetan ta’uu hongantoonni waraanaa olaanoon biyyoota lamaanii ibsan.…