Oduu biyya keessaa Guyyaan Dubartoota Addunyaa 49ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa "March 8" akka Addunyaatti yeroo 114ffaaf akka Itiyoophiyaatti yeroo 49ffaaf Magaalaa Shaggaritti kabajamaa jira…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaand taphoota torbee 28ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’a sa’aatii 9:30 eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni…
Oduu biyya keessaa Obbo Saadaat Nashaa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaaballoo daawwatan Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Obbo Saadaat Nashaa Godina Booranaatti ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii dubartootaan durfamu taasisuufi Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa sababeeffachuun har’a galgalarraa eegalee balalliiwwan dubartootaan durfaman 6 akka…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Luba Firaankiliin Giraam waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantiifi Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Waldaa Wangeelaa Biilii Giraam, Luba Firaankiliin…
Oduu biyya keessaa Lallaba Wangeelaa Finfinneetti biorurraa eegalee gaggeeffamuuf daandiiwwan konkolaattotaaf cufaa… Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Lallaba Wangeelaa Manni Maree Manneen Amantaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa fi Waldaan Wangeelaa Biilii Giraam waliin ta’uun Guraandhala 29 fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Sudaan Kibbaa tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaafi Tumsa Idil-Addunyaa Sudaan Kibbaa Ramadaan Mahaammad Abdallaa…
Oduu biyya keessaa Qorannoo dizzaayinii Bishaan lafa jalaafi to’annoo qotiinsa boolloo gaggeessuuf waliigalteen… Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Ministeerri Bishaaniifi Inarjii Pirojektii waaraa bishaan lafa jalaa Gaanfa Afrikaa gaggeessuuf dhaabbilee afur waliin waliigaltee waliif mallatteesse.…
Oduu biyya keessaa Jilli Oromoo Keeniyaa sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa 72ffaa irratti hirmaachuuf… Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Jilli Oromoo Keeniyaa sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa 72ffaa irratti hirmaachuuf dhufe magaalaa Yaaballootti simatameera. Nuti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna Arfaasaan lafa heektaara miiliyoona 1.7 misoomsuuf hojjetamaa jira-BQO Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Oromiyaatti qonna Arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 1.7 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise. Oomisha…