Booyiing oomisha Maaks 737 Amajjiirraa kaasee yeroodhaf dhaabufi
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Booyiing oomisha Maaks 737 Amajjiirraa kaasee yeroodhaf dhaabufi.
Booyiing balaa hamaa gosa xiyyaarichaarra si'a lama mudateen booda oomisha hin dhaabne…