Xiyyaara fe’umsaa Ityoophiyaa waayita mi’a fe’aa jiru balaan ibiddaa irrra qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Buufata xiyyaaraa Shaangaayitti Xiyyaarri fe’umsaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa waayita mi’a fe’u ibiddi itti qabachuu ibsame.
…