Fana: At a Speed of Life!

Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa gaggeesse ifoome

Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoome.

Baankoonni 31 caalbaasicharratti hirmaataniiru.

Haaluma kanaan gatiin giddugaleessaa Doolaara Ameerikaa tokkoo Birrii 148. 1007 ta’uun galmaa’uun ibsame.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.