Browsing Category
Biiznasii
Indaastirii oomishaa deeggaruun galii daldala alaa guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Rakkoo indaastirii oomishaa adda baasuun hordofuu fi deeggaruun galii daldala alaa guddisuuf hojjetamaa jira.
Ministirri Ministeera Daldalaa…
Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatiiwwan salgan darbanitti oomishaalee Birrii biiliyoona 30 olii…
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatiiwwan salgan darbanitti oomishaalee Birrii biiliyoona 30 olii walbichisiise.
Baatiiwwan salgan darbanitti…
Oomishti qonnaa kuntaalli kuma dhibba 6 ol shamattootaf dhiyaachaa jiraachun ibsame
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Oomishti qonnaa kuntaalli kuma dhibba 6 ol shamattootaf dhiyaachaa jiraachun ibsame.
Eejansiin Hojii Gamtaa Federaalaa akka beeksisetti,…
Gaazii uumamaa Ogaadeenitti misoome gabaadhaf dhiyeessuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Kuufama gaazii uumamaa sulula Ogaadeenitti misoome gabaadhaf dhiyeessuuf waliigalteen mallatteeffame.
Iddooleen 6 argama gaazii uumamaa…
Oomishtummaa indaastirii guddisuun, dhiibbaa weerara vaayrasii koroonaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Oomishtummaa indaastirii damee oomishaa guddisuudhan dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisuu malu furuuf hojjetamaa jira.
…
Daandichi fudraa fi mudraa Taanzaaniyaa gabaa Awrooppatiif dhiyeessufi
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa oomisha fudraa fi mudraa Taanzaaniyaa gabaa Awrooppatiif dhiyeessufi.
Daandichi balalii torbeetti si'a sadi taasisuuni…
Daldala Buna alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 61 argame
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Daldala Buna alaarraa baatiiwwan 9 darbanitti galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miliiyoona 61 argamu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa…
MM Dr Abiy Ahimad ummanni naannolee gabaatti walirraa fageenya qaamaa akka eegu dhaaman
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni naannolee gabaatti walirraa fageenya qaamaa akka eegu dhaaman.
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akkaataa…
Adaamaatti abbaan qabeenyaa; daldaltoota suuqii kireeffatan 354f kiraa ji’a tokko dhiisan
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Magaalaa Adaamaatti abbaan qabeenyaa obbo Taaddasaa Dabalee; daldaltoota suuqii kireeffatan 354f kiraa ji'a tokko dhiisan.
Tumsi taasifame weerara…
Koomiishiniin Guumruukaa fi Ministeerri Galiiwwanii meeshaalee fi oomishaalee nyaata Birrii…
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Guumruukaa fi Ministeerri Galiiwwanii meeshaalee fi oomishaalee nyaata Birrii 1,047,909,135 naannoleedhaf raabsan.
Koomiishinichii fi…