Browsing Category
Biiznasii
Dhaabbilee daldalaa 25,300 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Sababii tamsa'ina vaayrasii koroonaatin daballiin gatii hin malle akka hin taasifamne hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Gareen tasgabbii…
Daandichi sababii vaayrasii koroonaatin $ miiliyoo dhibba 5 fi miiliyoona 50 dhabeera
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa sababii weerara vaayrasii koroonaatin galii Doolaara miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 50 dhabeera.
Hoji…
Waliigalteen deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 9 fi kuma 65 mallattaa’e
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Biriitaaniyaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 9 fi kuma 65 walii mallatteesan.
Waliigalticha Ministir…
Baankichi Eebila 1-2, 2012 tajaajila hin laatu
Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa Eebila 1-2, 2012 dameewwan isaa hundatti tajaajila kan hin laanne ta’uu beeksise.
Baankichi tajaajila…
Kaffaltoonni gibiraa sirna kaffaltii elektirooniiksiin tajaajilamuu akka itti fufan waamichi…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Kaffaltoonni gibiraa sirna kaffaltii elektirooniiksiin tajaajilamuu akka itti fufan waamichi dhiyaate.
Ministeerri Galiiwwanii akka beeksisetti,…
Ityoophiyaan Ji’ootarmaala Tullu Mooyyee waliin waliigaltee bittaa anniisaa Doolaara…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Ji'ootarmaala Tullu Mooyyee waliin waliigaltee bittaa anniisaa Doolaara miiliyoona 800 mallatteessite.
Waliigalticha Humni…
Oromiyaan tasgabbii gabaa fi dhiyeessii oomishaalee qonnaarratti hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sababii tamsa'ina vaayrasii koroonaatin daballiin gatii hin malle akka hin taasifamnee fi hanqinni dhiyeessii oomishaalee…
Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa qajeelfama sirna kaffaltii haaraa baase
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa qajeelfama sirna kaffaltii haaraa baase.
Baankichi akka beeksisetti sirnichi sirna kaffaltii sadarkaa…
Finfinneetti bakki gurgurtaa fudraa fi mudraa Jaanmeedaatti(Urufa Doobbii) akka dabarfamu…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Finfinneetti bakki gurgurtaa fudraa fi mudraa Jaanmeedaatti(Urufa Doobbii) akka dabarfamu murtaa'e.
Itti aanaan kantiibaa magaalaa…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 93 walii mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 93 walii mallatteessan.
Liqaan kunis Baankii Alergii fi Fichisiisa…