Browsing Category
Biiznasii
Walakkaa bara 2012tti Birrii biiliyoonni 39 ol deeggarsaa fi liqaadhan argameera
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Walakkaa bara 2012tti Birrii biiliyoonni 39 ol deeggarsaa fi liqaadhan argameera.
Ministeerri Galiiwwanii FDRI ibsa har'a laaten akka beeksisetti,…
Ameerikaan carraa hojii uumuu fi qabeenya diinagdeef tumsa ni taasisti – Maayik Poompiyoo
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Afrikaatti carraa hojii uumuu fi qabeenya diinagdeef, Ameerikaan tumsa ni taasisti jedhame.
Waltajjiin marii mata duree "Hoji uumtota Afrikaa…
Caffeen labsii zoonii diinagdee addaa Gadaa bahe irratti mar’achuun raggaasise
Finfinnee, Gurrandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa zoonii diinagdee hundeessuuf wixinee labsii zoonii diinagdee addaa Gadaa bahe irratti mar'achuun raggaasise.
Zooniin diinagde kun…
Dhaabbileen invastimantii nageenya naannoo eeganii akka hojjetan dhaamame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Dhaabbileen invastimantii nageenya naannoo eeganii akka hojjetan dhaamame.
Naannoo Oromiyaatti dhaabbileen gosoota invastimantii adda addaarratti…
Baankiin Daldala Itoophiyaa badhaasa biiznasii Aawut luuk Gloobaalii bara 2019 injifate
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Baankiin Daldalaa Itoophiyaa Badhaasa Biiznasii Aawut luuk Gloobaalii bara 2019 injifateera.
Badhaadhasicha injifachuusaatiin bankoota Afrikaa…
Magaalichatti balfa gogaa walitti qabuu fi deebisanii hojiirra oolchuun galiin Birrii miiliyoonni…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti balfi gogaan tooniin kumni 17 fi 840 walitti qabamuun deebi’ee hojiirra ooluu isaa ibsameera.
Eejansiin Bulchiinsa Balfa…
Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Amajjii keessa oomisha Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Amajjii keessa oomisha Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiise.
Oomishti Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiifame…
Baazaarii, agarsiisaa fi siimpooziyamiin dhaabbilee oomishaa fi fayyadamtoota walitti fiduun qooda…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Baazaarii, agarsiisaa fi siimpooziyamiin dhaabbilee oomishaa fi fayyadamtoota walitti fiduun qooda olaanaa qaba jedhame.
Baazaarii, agarsiisaa fi…
Warshaalee oomishni isaanii sadarkaadhaa gadi ta’e 9 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Warshaalee sadarkaa ugaalaalee oomishtummaa murteessoo ta’an hin guunne 9 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Indastirii…
Deeggarsa daldala elektirooniiksii Afrikaatif waliigalteen Doolaara Ameerikaa biiliyoona 20…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Deeggarsa daldala elektirooniiksii Afrikaatif waliigalteen Doolaara Ameerikaa biiliyoona 20 mallatteeffame.
Waliigalticha Daldalli…