Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaan abbootii carraa Badhaase
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaa,Fudhadhaa, Sharafadhaatii Badhaafamaa marsaa 21ffaa, 22ffaa fi 23ffaatiin abbootii carraa…
Ityoophiyaan oomisha foonii, kuduraa fi muduraa ishee chaayinaatti erguuf karooraa qabaachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan oomishaalee akka muuzii, avokaadoo fi maangoo akkasumas oomisha foonii gara Chaayinaatti erguuf karoora akka qabdu ibsame.
Karooricha kan…
Sanadni Qorannoo hamma Kuufama Boba’aa fi Gaazii Uumamaa Ityoophiyaa beeksiise ifoome
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Sanadni Qorannoo hamma Kuufamaa fi haala Boba’aa fi Gaaziin Uumamaa Ityoophiyaa itti ba’uu danda’u beeksiisu jalqabaa ifoomeera.
Qorannichi haala…
Bunni Dhama addaa Ityoophiyaa Kg 1 Birrii Kuma 47 fi 236tti gurgurame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dorgommii Dhandhama addaa yeroo 3ffaaf gaggeeffameen Bunni Dhama addaa Ityoophiyaa injifateera.
Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa,…
Koreen qaala’iinsa gatii ayyaanaan walqabatee uumamu to’atu hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Koreen qaala’iinsa gatii ayyaanaan walqabatee uumamu to’atu hundaa’uu ibsame.
Ayyaanota dhufan irratti bittaa gurgurtaafi raabsaa meeshaalee…
Naannichatti Koreen qajeelfama Simmintoo hojiirra oolchu hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Koreen qajeelfama gabaa gurgurtaa Simmintoo fi hojmaata isaa hojiirra oolchu hundaa'eera.
Naannichatti hojii karaa qindaa'een…
Birrii biiliyoona 50.4 biyyi dhabuuf turte baraarameera-Koomishinicha
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Bara 2014 Birrii Biiliyoonaa 50.4 biyyi dhabuuf turte baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi gamaaggama raawwii karoora bara…
Torbee darbe meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 76tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) –Torbee darbe meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 76.3tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiseera.
Hagayya 6-12,2014tti…
Warshaalee sukkaara 8 caalbaasiif dhiyaatan
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Invastaroonni damee oomisha sukkaarratti bobba’uu barbaadan fedhii isaanii dhiyeessuun akka hirmaatan Mootummaan Ityoophiyaa waamicha dhiyeesse.…
Dhaabbileen kaappitala miiliyoona 430 galmeessan 3 waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Dhaabbileen biyyaa keessaa Kaappitaala Birrii Miiliyoonaa 430 galmeessan paarkiiwwan indaastirii keessattii dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf…