Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaa dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.
…
Yeroo da’umsaatti du’aatii haadholii hambisuuf qindoominaan hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Yeroo da’umsaa du’aatii haadholii mudatu hambisuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu ibsameera.
Naannoo Gaambeellaatti da’umsaan walqabatee…
Godina Jimmaa hoospitaala Saqqaatti haati tokko daa’ima miila afuur qabu deesse
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Godina Jimmaa hoospitaala Saqqaatti haati tokko daa’ima miila afuur qabu nagaan deesse.
Jiraattu magaalaa Finfinnee kan taate Gannat Fissahaa…
Vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf Chaayinaan Ityoophiyaa waliin walitti dhiyeenyan…
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuu fi to'achuuf Chaayinaan Ityoophiyaa waliin walitti dhiyeenyan hojjechaa jiraachuu beeksiste.
Ityoophiyaatti…
Namoonni Vaayirasii Koroonaan du’an 259 irra ga’e
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Chaayinaatti namoonni dhibee Vaayirasii Koroonaan du’an 259 irra ga’uu Komishiniin Fayyaa Biyyaaleessa Chaayinaa beeksise.
Hanga guyyaa…
Ministeerri Fayyaa ambulaansota 700 ol biirolee fayyaaf deeggarsaan laate
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa FDRI biirolee eeggumsa fayyaa naannolee fi bulchiinsa magaalootaatif ambulaansota 700 ol deeggarsaan laachuu beeksise.
Bara baajataa…
Hojiin qophii duraa giddugala yaalaa fi dursanii ittisuu Vaayirasii Nooveelii Koroonaa daawwatame
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Faayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa, bakka bu’oota dhaabbata fayyaa addunyaa fi bakka bu'oota CDC waliin hojii qophii duraa…
Vaayrasiin koronaa ‘sodaa fayyaa idil addunyaa’ jedhamuun labsame
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Vaayrasiin koronaa ‘sodaa fayyaa idil addunyaa’ jedhamee labsame.
Daayreektarri olaanaa Dhabbata Fayya Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom ibsa…
Weerara dhibee Gifiraan lubbuu namoota 31 darbe
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Weerara dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa 11fi bulchiinsoota magalotaatti baatii 6 darban keessaa mudateen lubbuu namoota 31 darbe.
Weerarichi yeroo…
Ityoophiyaan marii miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf jalqabde irra deebiin eegalte
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan marii miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta'uuf jalqabde irra deebiin eegalte.
Gorsaan dhimma diinagdee fi imaammataa muummee ministiraa…