Corqaa (Qaaraa) baayy’inaan nyaachuun dhibee onneen qabamuu irraa nama baraara – qorannoo
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Corqaa baayy’inaan nyaachuun carraa dhibee onneen qabamuu dhibbeentaa 40 akka hir’isu qorannoon tokko ifoome.
Akka qorannoon biyya Xaaliyaanitti namoota…
Wabii fayyaa hawaasummaa Finfinneetin jiraattota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Wabii fayyaa hawaasummaa magaalaa Finfinneetin jiraattota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf kan hojjetamu ta'uun ibsame.
Hogganaan Biiroo…
Bu’aa dursanii qoratamuu kaanserii hulaa gadameessaa
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – kaanserii hulaa gadameessaa dhibichaan utu hin qabamiin fi dhiibbaa osoo hin qaqqabsisiin dursanii yaalaa taasisuun dhibicha ittisuun ni danda’amaa.…
Dooktar Amiir Amaan aanoota naannoo Sumaalee garagaraa daawwatan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Ministirri Ministira Fayyaa Dooktar Amiir Amaan hoggantoota biiroo fayyaa naannoo Sumaalee waliin ta’uun naannoo Sumaalee magaalaa Godee, godina Shabalee…
Sagantaan wabii fayyaa hawaasaa ofkeessatti qabate lammiilee miiliyoona 22.5 haammateera
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Sagantaan wabii fayyaa hawaasaa ofkeessatti qabate lammiilee miiliyoona 22.5 haammachuu Ejansiin Fayyaa Ityoophiyaa beeksise.
Sagantaan wabii fayyaa…
Ciree dura sochii qaamaa taasisuun coomni akka hin baayyanne taasisa- Qorannoo
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Qorannoon tokko akka ifoomsetti ciree otuu hin nyaatin sochii qaamaa taasisuun coomni garaa keessatti akka hin baayyanne taasisa.
Ciree nyaachun dura…
Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira.
Dameen fayyaa dhuunfaa akka investimeentii biyya…
Hoospitaala Qidduus Phaawloos keessatti giddugalli haadholii fi daa’immanii ijaarrame hojii…
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Hoospitaala Qidduus Phaawloos keessatti giddugalli haadholii fi daa'immanii ijaarrame hojii eegaluufi.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Amiir Amaan…
Dhibeen ‘giinii woorm’ waggoottan lamaan darbanitti namarratti hin muul’anne…
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Dhibeen 'giinii woorm' waggoottan lamaan darbanitti namarratti hin muul'anne jedhame.
Lakkoofsi dhibichaa bineeldotarratti muul'ate 17 gara 8 hir'achuu…
Guyyaan HIV/AIDS sadarkaa naannoo Oromiyaatti Jimmaatti kabajame
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) - Guyyaan HIV/AIDS sadarkaa naannoo Oromiyaatti magaalaa Jimmaatti kabajame.
Guyyichi sadarkaa addunyaatti si'a 32ffaaf, Ityoophiyaatti ammoo si'a 31ffaaf…