Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Niiwzarlaand irraa deeggarsa Birrii biiliyoona 1.9 argate
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Niiwzarlaand irraa deeggarsa Birrii biiliyoona 1.9 argate.
Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa deeggarsa argameen…
Iiraan sodaa vaaryasii koroonaaf manneen barnootaa fi giddugala aadaa cufte
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Iiraan sodaa vaaryasii koroonaaf manneen barnootaa fi giddugala aadaa cufteetti.
Iiraan iddoo vaayrasiin koroonaa itti mul’atetti kan argaman…
Waliigalteen uwwisa waliin ga’iinsa fayyaa dabaluu dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Waliigalteen uwwisa waliin ga’iinsa fayyaa dabaluu dandeessisu mallatteeffameera.
Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa waliigaltee…
Lakkoofsa hoji dhabdummaa dargaggoota ogeeyyii fayyaa hir’isuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Yaa’iin yaala fayyaa waggaa 56ffaa fi agarsiifni fayyaa idil addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’iin yaala fayyaa waggaa 56ffaa fi…
Dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa wallaanuuf haaldureen xumuramaa jira
Finfinnee, Gurrndhala 12, 2012 (FBC) – Dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa wallaanuuf haaldureen xumuramaa jiraachuun himame.
Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Qidduus Pheexroos…
Ityoophiyaatti waggaan dubartoonni kuma 5 ol dhukkuba kaansarii hulaa gadameessan du’aaf ni…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti waggaan dubartoonni kuma 5 ol dhukkuba kaansarii hulaa gadameessan du’aaf akka saaxilaman ibsame.
Waltajjiin Kaansarii hulaa…
Nyaanni madaalawaa hin taanee fi jijjiirramni qabeenya qilleensaa daa’imman irratti dhibbaa qaba…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012- Nyaanni madaalawaa hin taanee fi jijjiiramni qabeenya qilleensaa daa’imman irratti sodaa umeera jechuun Dhaabbanni Motummoota Gamtoomanii beeksiseera.…
Vaayrasin koroonaa gara Ityoophiyaa akka hin galleef qaamni ilaallatu of eegannoo barbaachisu…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Inistitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa vaayrasin koroonaa gara Ityoophiyaa akka hin galleef qamni dhimmi isaa isaan ilaallatuu fi hoggantoonni…
Chaayinaan ergaa weerarrii koroona vaayraasii mul’atee boodaa bu’aa qorannoo ifoomsitee
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Chaayinaan ergaa weerarrii koroona vaayraasii mul’atee boodaa bu’aa qorannoo guddaadha jedhame ifoomsiteerti.
Qorinichaan maanguddoonni fi…
Hanga guyyaa har’aatti Afrikaa keessatti namni Vaayrasii Koroonaan qabame tokkollee hin jiru jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) –Afrikaa keessatti hanga Gurraandhala 6, 2012tti namni Vaayrasii Koroonaan qabame tokkollee kan hin jirre ta’uu gamtaa Afrikaatti daayreektarri ittisaa…