Ogeeyyiin fayyaa Hindirraa dhufan Ityoophiyaatti tajaajila yaalaa bilisaan kennaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ogeeyyiin yaala fayyaa Hindirraa dhufan tajaajila yaala bilisan kennaa jiru.
Miseensonni garee kanaa Koolleejjii Fayyaa Barkumee Hospitaala Qidduus…
Talalliin vaayrasii koroonaa baatiwwan 18 keessatti ni qophaa’a jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa talalliin vaayrasii koroonaa baatiwwan 18 keessatti qophaa’uuf hojjetamaa jiraachuu beeksiseera.
Daayreektarri olaanaa…
Zaytiin nyaataa sadarkaa qulqullinaa gadi ta’e gara biyya keessaa yeroo galuuf jedhu dhorkame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Zaytiin nyaataa sadarkaa qulqullinaa gadi ta’e Jarikaanni kumni 19 fi 770 gara biyya keessaa yeroo galuuf jedhu dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Buufataaleen fayyaa 8 tajaajila wallaansa baqaqsanii yaaluu eegalan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Dhiibbaa hospitaala motummaarra jiru hir’isuuf buufataaleen fayyaa 8 tajaajila wallaansa baqaqsanii yaaluu eegaluu isaanii Biiroon Fayyaa Magaalaa…
Chaayinaatti vaayrasii koroonaatin guyyaa tokkotti namoonni 97 du’an
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Chaayinaatti guyyaa kaleessaa qofa koroonaa vaayrasiitin namoonni 97 du’aniiru.
Erga vaayrasiin koroonaa mul’atee Chaayinaatti lakkoofsi namoota…
Du’aatii haadholii fi daa’imman irra ga’u hambisuuf deeggarsa barbaachisu ni taasifna- MM Eernaa…
Finfinnee,Gurraandhala 1, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti du’aatii haadholii fi daa’immaan irra yeroo da’umsaa ga’u hir’isuuf deeggarsa barbaachisu kan taasisan ta’uu Muummeen Ministiraa Noorway…
Sababii kittaannaa shamarraniitin Doolaarri biiliyoonni 1.4 waggaa waggaadhan baasii ta’aa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) -Sababii kittaannaa shamarraniitin Doolaarri biiliyoonni 1.4 waggaa waggaadhan baasii ta'aa jira.
Barmaatileen miidhaa qaqqabsiisan rakkoo fayyaa fi…
Chaayinaa Wuhaanii, Finfinnee kan galan wiirtuu tursaa akka seenan murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Chaayinaa bulchiinsa Wuhaanii imaltoonni Finfinnee galan hundi wiirtuu tursaa akka seenan murtaa'e.
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa akka…
Doonii namoota kuma 3 fi 700 qabatterratti namoonni 41 vaayrasii koroonaan qabamanii argaman
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Namoota qarqara galoo galaana Jaappaanitti dooniirraa bu’an keessaa 41 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Dooniin Diyaamand Priins jedhamu namota…
Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 – Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u
Alkoolii dhuguun dhiibee gara garaatiif nama saaxiluun jireenya namaa miidhuu irratti argama.
Miidhaa…