Argannoo haaraa gosa kaansarii hunda yaaluu dandeessisu
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Qorannoo haaraan gosa kaansarii hunda yaaluu dandeessisu ifoome.
Sirna dhibee ofirraa ittisuu qaama namaa dabaluurratti qorannoon argame gosa kaansarii…
Vaayrasiin Chaayinaatti mul’ate caalmaatti biyyoota garagaraatti babaldhachuu akka danda’u ibsame
Finfinne, Amajjii 13, 2012 (FBC)- Vaayrasiin Chaayinaatti mul’ate caalmaatti biyyoota garagaraatti babaldhachuu akka danda’u ibsameera.
Yeroo dhiyoo as vaayrasii haaraa Chaayinaa…
Chaayinaa keessatti vaayrasii haaraa mul’ateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Chaayinaa keessatti vaayrasii haaraa mul’ateen lubbuun namoota 4 darbe.
Vaayrasiin 'Koronaavaayiras' jedhamuu yeroo jalqabaaf Chaayinaa keessatti…
Hospitaalli yaala haadholii fi daa’immannii eebbifame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Koolleejjiin Meedikaalaa Barkumee Hospitaala Qidduus Phaawuloos Hoospitaala yaala haadholii fi daa’immanii Birrii miiliyoon dhibba 4 fi miiliyoona 50…
Daa’imman geemiirraa fageessun guddina sammuusaaniif faayidaa olaanaa qaba – Qorannoo
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Daa’imman taphootarraa (geemiirraa) fageessun guddina sammuusaaniif faayidaa olaanaa qabachuu qorannoon tokko ifoomse.
Daa’imman umuriin isaani hanga…
Hammi dhiibbaa dhiigaa dubartootaa kan dhiirotaa caalaa olaanadha – Qorannoo
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Dubartoonni dhiirota caalaa dhiibbaa dhiigaaf saaxilamoo ta’uu qorannoon tokko ifoomse.
Qorannoon kana dura taasifame tokko dhiironni dubartoota caalaa…
Waggoottan sadan darbanitti tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immaniirratti fooyya’iinsi…
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Waggoottan sadan darbanitti tajaajila fayyaa haadholii fi daa'immaniirratti fooyya'iinsi muul'ateera jedhe Ministeerri Fayyaa FDRI.
…
Dhaabbanni Ingiliiz ‘KSJ’ hojjettoota tamboo hin xuuxnef boqonnaa dabalataa kenne
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Ingiliiz ‘KSJ’ jedhamu hojjettoota isaa tamboo hin xuuxnef boqonnaa waggaa dabalataa kan laatu ta’uu beeksise.
Dhaabbatichi qajeelfama haaraa…
Abbaan warraa fi haati warraa hoospitaala Phaawulositti yaala maseenummaa hordofaa turan daa’ima…
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Abbaan warraa fi haati warraa Giddugala Yaala maseenumaa Koollejjii Yaala Miliniyeemii Hoospitaala Qiddus Phaawulositti yaala maseeenumaa hordofaa turan…
Buna dhuguun ulfaatina qaama ni hir’isa- Qoranno
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Guyyaatti buna siinii afur dhuguun ulfaatina qaama hir’isuuf akka gargaaruu qorannoon takka ibseera.
Guyyaatti buna siinii afur dhuguun cooma qaama…