Dhibeen Busaa Sadarkaa “Weerara” Jedhamurra hingeenye-Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti Dhibeen Busaa sadarkaa weerara jedhamurraa akka hingeenye Ministeerri Fayyaa ibse.
Ministirri ministeera Fayyaa Dooktar…
Adoolessa 23, 2016 eegalee jiraattota Sabbataa fi Dodolaa kuma 20 ol ta’aniif yaalli ijaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Faawundeeshiniin Al Baasar Internaashinaal jedhamu Adoolessa 23, 2016 eegalee jiraattota Sabbataa fi Dodolaa kuma 20 ol ta'aniif tajaajila yaala ijaa…
To’annoo Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuu keessatti hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuuf to’annoo gaggeeffamu keessatti hawaasni akka tumsu Abbaan Taayita Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa waamicha…
Tajaajila tola ooltummaa damee fayyaan lammiilee miiliyoona 2’f tajaajilli bilisaa ni kennama-MF
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti tajaajila tola ooltummaa damee fayyaa Gannaa baatii lamaaf turuun, lammiilee miiliyoona 2’f tajaajilli bilisaa kan kennamu ta’uu…
Dhibee busaa ittisuuf agoobarri miiliyoonni 7 ol raabsamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Dhibee busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 7 ol raabsamuufi biifaan keemikaalaas gaggeeffamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Fayyadama Cilee fi Eeggannoo Taasifamuu Qaban
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Wayita qorri hammaatu mana keessa hoo’isuuf, qaama hoo’iffachuuf yookaan nyaata bilcheeffachuuf cilee akka madda aanniisaatti fayyadamuun kan…
Oromiyaatti tatamsa’ina busaa ittisuuf hojiin qindaa’aan qooda fudhattoota hirmaachise hojjetamaa…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti tatamsa’ina dhibee Busaa ittisuuf hojiin qindaa’aan qooda fudhattoota hirmaachise hojjetamaa jiraachuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Barana dhiigni Yuunitiin kumni 350 ol walitti qabameera-Tajaajilicha
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Barana sadarkaa biyyaalessaatti dhiigni yuunitiin kumni 350 ol walitti qabamu Tajaajila Baankii Dhiigaa Itiyoophiyaa beeksise.
Guyyaan arjooma dhiigaa…
Deeggarsa Fandii giloobaalii irraa argameen hojiin ittisaa fi to’annoo dhibeewwanii milkaa’inaan…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Deeggarsaa Fandii Giloobaalii irraa argame Dooolaara Miiliyoona 453’n hojiin ittisaa fi to’annoo dhibeewwan HIV, Busaa fi Tiibii akkasumas sirna fayyaa…
Godina Jimmaatti Hospitaalli Atinaagoo eebbifamuun tajaajilaala eegale
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti Hospittaalli Atinaagoo Birrii miiliyoona 320 ijaarame eebbifamuun tajaajilaala eegaleera.
Bulchaan godina Jimmaa Obbo Tijjaanii…