Naannoo Amaaraatti talaalliin ittisa dhibee Kooleera kennamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti taalalliin ittisa dhibee Kooleeraa kennamuu eegaluu Inistiiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Naannicha beeksise.
Daayrektarri Olaanaan…
Naannichatti borurraa eegale talaalliin ittisa dhibee Kooleera ni kennama
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)Naannoo Amaaraatti boruurraa eegalee taalalliin ittisa dhibee Kooleeraa kan kennamu ta’uu Inistiiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Naannicha beeksise.
Daayrektarri…
Itiyoophiyaa keessaa ‘Dhibeen busaa badeera’ jedhamee hubatamuun dogoggora-Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti hubannoon akka waan dhibeen busaa badeetti fudhatamuu fi rakkooleen agoobara keemikaala cuuphame fayyadamuu dhabuu akka mul’atu Ministeerri…
Dhibeen Saayinasii maali?
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Saayinasiin dhibee funyaani fi qaawwaan naannawa funyaanii jiran cufu, dhukkubsuu fi dhangala'aa funyaan keessaa baasudha.
Dhukkuba saayinaasii…
Guyyaa Tajaajiltummaa sababeeffachuun tajajilli qorannoo fayyaa bilisaa kennama jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Qaammee 1, 2015 Guyyaa Tajaajiltummaa sababeeffachuun tajajjila qorannoo fayyaa bilisaa Magaalaa Finfinneetti eegaalchiseera.…
Ulfaatina qaamaa hir’isuuf tarkaanfiiwwan fudhatamuu qaban
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Ulfaatinni qaamaa garmalee dabaluun miidhaa garaa garaa hordofsiisuu akka danda'u ogeeyyiin fayyaa ni dubbatu.
Ulfaatinni qaamaa sababoota adda addaan…
Ogeeyyiin fayyaa Kuweet tajaajila baqaqsanii wal’aanuu kennuu eegalan
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Gareen Ogeeyyi Fayyaa Kuweet Koolleejjii Fayyaa Miliniyamii Hospitaalaa Phaawuloosiitti guyyoota shaniif kan turu tajaajila baqaqsanii wal’aanuu kennuu…
Giddugala wal’aansa kaansarii dhukkubsattoota miiliyoona 1 ol fayyise
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Tola Ooltummaa Ingiliz ‘Gooldan Iirraa’ jedhamu dhukkubsattoota dhibee Kaansarii miiliyoona 1 ol fayyisuu eerameera.
Dhaabbanni Qorannoo fi…
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Konfiransii Qorannoofi Qo’annoo Fayyaa marsaa 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa Konfiransii Qorannoofi Qo’annoo Fayyaa marsaa 2ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Qorannoofi qo'annoo kanarratti…
Sababa hanqina galteetiin giddugalli tajaajila dhiqaa kalee dhaabbatee ture hojii eegale
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Sababa hanqina galteetiin torbanoota sadan darbaniif dhaabbatee kan ture giddugalli tajaajila dhiqaa kalee hojii eegaluu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee…