Faawundeeshiniin “Bill and Melina Gates” deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu akka cimsu ibse
Finfinnee, Hagayya 24, 2015(FBC)- Sagantaan Misoomaa Idil Addunyaa Faawundeeshinii “Bill and Melina Gates” galma eegumsa fayyaa sadarkaa jalqabaa milkeesuuf deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu…
Itiyoophiyaan waltajjii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Ardii Afrikaa 73ffarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaan waltajjii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Ardii Afrikaa 73ffaarratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.
Waltajjicharratti ajaandaalee fayyaa 20 ol…
Pireezidaanti Saahlawarqi hawaasni qaroo ijaa arjoomuun lammiileef ifa akka ta’u waamicha…
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Pireezdaantiin FDRI Saahlawarqi Zawudeen lammiileen qaroo ija isaanii arjoomuun namoota biroof ifa akka ta’an waamicha dhiyeessaniiru.
Pireezidaanti…
Hirmaannaan dippiloomaasii Ityoophiyaa dabalaa dhufuun tumsa damee Fayyaaf gumaacha qaba –…
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Hirmaannaan dippiloomaasii Ityoophiyaa cimuun tumsa damee Fayyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministiri Ministeera Fayyaa - Dooktar Liyaa Taaddasaan…
USAID fayya haadholii fi daa’immanii fooyyessuuf pirojektii Birrii biiliyoona 2.6 ifoomse
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa (USAID) fayyaa haadholii fi daa’immanii fooyyessuuf pirojektii Birrii biiliyoona 2.6 ifoomseera.
Pirojekticha…
Yuunivarsiitiin Jimmaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 28 baasu itti dhaabbilee fayyaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Dhaabbata fayyaa addunyaa waliin ta'un meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 28 baasu dhaabbilee fayyaa garaagaraaf deeggarsa…
Dhibee Onnee
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Dhibeen onnee tasaa kan namatti dhufu yoo ta’u hiddoonni dhiigaa, onneetiif raabsan tasaa wayita cufamaman kan mudatuudha.
Dhibeen Onnee tasaa kunis…
Naannichatti weerara Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsame
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti weerara dhibee Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Oromiyaatti agoobarri miiliyoona 7 ol raabsameera
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti dhibee busaa ittisuuf ogoobarri miiliyoona 7 ol raabsamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.
Biirichatti Daayrektarrii Sagantaa…
Mallattooleen cirracha Hadhooftuuf maali?
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) –Cirracha Hadhooftuu jechuun wayita cirrachi afuuffee Hidhooftuu keessatti kuufameedha.
Cirrachi kun maalii fi akkamitti akka uumamu qorannoo qabatamaan…