Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Finfinnee Dhaabbata “Safe Child” waliin waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Hospitaala Xiqur Ambassaa dhaabbata Israa’eel “Safe Child” waliin tajaajilaa wal’aansa onnee…
Siistar Warqinash Kareetaa fi Siistar Maskaram Saxxanyi gootota damee fayyaa 2023 jedhaman
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Sagntaa badhaasa gootota damee fayyaa 2023 mata duree “Women in global Health” jedhuun qophaa’erratti Siistar Warqinash Kareetaa fi Siistar Maskaram…
Namoonni 81 tola ooltummaan qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galan
Finfinnee, Adoolessa 13 ,2015 (FBC)- Namoota argisiisa fayyaa gaggeeffamaa jiru daawwatan keessaa 81 tola ooltuumman qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galaniiru.
Argisiisni Fayyaa Godaa…
Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunivarsiitii Jigjigaa Birrii Miiliyoona 500’n babal’ifame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Pirojektiin babal’isa Hospitaala Rifeeraalaa Yuunivarsiitii Jigjigaa Birrii miiliyoona 500’n gaggeeffame eebbifame.
Sirna eebbichaarratti…
Tajaajila karoora maatii waliinga’uuf waliigalteen baajata dabalataa Doolaara miiliyoona 36.3 ifoome
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)-Tajajila karoora maatii waliin ga’uuf waliigalteen baajata dabalataa waggoota sadii Doolaara miiliyoona 36.3 malleettaffameera.
Walliigaltechis…
Miseensota Inshuraansii fayyaa miiliyoona 25.9 horachuun danda’ameera-Pir. Shimallis
Finfinnee, Adoolesaa 3, 2015(FBC)- Miseensota inshraansii fayyaa waliigalaan miiliyoona 25.9 horachuun akka danda’me Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…
Dhaabbilee Fayyaa idil addunyaa Afrkaatti dhibee Sombaa ittisuuf deeggarsa taasisan akka cimsan…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan Dhaabbileen Fayyaa idil addunyaa fi deeggartoonni dhibee Sombaa ittisuurratti fooya'insa caaluu fiduuf deeggrsa biyyoota Afrikaaf taasisaan…
Fayyaan dijitaala galma damee fayyaa milkeessuuf carraa gaarii uumaa jira-Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)-Fayyaa dijitaalawaan galmootaa damee fayyaan qabaman milkeesuud carraalee gaari uumaa jiraachuu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsan.…
Jimmaatti warshaan guyyaatti Oksijiinii liitira kuma 6 ol oomishuu danda’u eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Jimmaatti warshaan guyyaatti Oksijiinii liitira kuma 6 ol oomishuu danda’u eebbifameera.
Hojii…
Talaalliin dhibee Busaa Afrikaaf raabsamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Talaallii dhibee Busaa jalqabaa Afrikaaf raabsuuf ta’uu beeksiise.
Waggoottaan lamnaan itti aanaan talaallii miiliyoona…