Lammiilee miiliyoona 1.8 oliif talaallii Dhibee Koleeraa laachuun eegalame – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Aanaalee weerarri dhibee Koleeraa keessatti mul’ateetti namoota miiliyoona 1.8 oliif talaallii laachuun eegalamuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Ka’umsaa fi mallatoo dhiibbaa dhiigaa wayita ulfaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhiibbaan dhiigaa wayita ulfaa mudatu, ulfa baatii afur irraa eegalee hanga baatii sagalitti akkasumaas da’umsaan booda hanga baati jahatti dhibee mudachuu…
Ministeerichi dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argamaniif meeshaalee yaalaa tumsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argaman tajaajila eegalchiisuuf meeshaalee yaalaa fi qorichaalee tumsa taasiseera.
Ministeerichi…
Duulli talaalii farra dhibee Koleeraa Godinaalee shan keessatti kennamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Duulli talaallii farra dhibee Koleeraa Godinaalee 5 keessatti itti fufiinsan guyyoota shaniif kanamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksiiseera.…
Dhibee koleeraa to’achuuf hojjetamaa jira – Biiroon Fayyaa Oromiyaa
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa dhibee koleeraa bifa weeraraatiin uumame to’achuuf hojjetaa jiraachuu beeksiseera.
Dhibeen Koleeraa Naannoo Oromiyaatti…
Yaa’iin jalqabaa Gamtaa Qorannoo Sagantaa Daranyoo Sombaa biyyoota Kibbaafi Baha Afrikaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Yaa’iin jalqabaa Gamtaa Qorannoo Sagantaa Daranyoo Sombaa biyyoota Kibbaafi Baha Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicha…
Biirichi raawwii hojii kurmaana 3’ffaa magaalaa Adaamaatti qorachaa jira
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 3’ffaa magaalaa Adaamaatti qorachaa jiraachuu ibsameera.
Biirichi raawwii hojii kurmaana 3ffaa damee…
Embaasiin Faransaay Hospitaala Abi’aalaaf Yuuroo miiliyoona 2.5 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Embaasiin Faransaay Hospitaala Abi’aalaa deebisanii ijaaruuf kan oolu Yuuroo miiliyoona 2.5 deeggarsa taasisuuf waliigaltee mallatteesseera.
Ministirri…
Dhibeen Covid -19 sadarkaa yaaddoo ta’uun isaa xumuramus ammas of eeggannoo barbaada jedhame
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Dhibeen Covid -19 sadarkaa yaaddoo ta’uun isaa xumuramus ammas of eeggannoo kan barbaadu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ammallee addunyaarratti…
Koreen dhaabbichaa du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu hubachiise
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Fayyaa, Misooma Hawaasummaa, Aadaa fi Ispoortii…