Godinaalee hongeen mudatetti dhibeewwan daddarboo sababa hanqina bishaaniifi nyaataan dhufan…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Godinaalee hongeen mudatetti dhibeewwan daddarboo sababa hanqina bishaaniifi nyaataan dhufan ittisuufi to’achuurratti hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Gareen Gochaa Diyaaspooraa Idil Addunyaa Ityoophiyaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 442…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Gareen Gochaa Diyaaspooraa Idil Addunyaa Ityoophiyaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 442’tti shallagamu Ministeera Fayyaaf deeggarsa taasise.…
Dhibeen Tiraakoomaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jira-BFO
Finfinnee, Guraandhala 1 , 2015 (FBC)- Dhibeen Tiraakoomaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Lakkoofsi namoota dhibee tiraakoomaatiin qabamanii…
Dooktar Liyaa Taaddasaan Bakka Bu’aa Yuuniiseef Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Bakka Bu’aa haaraa Yuuniiseef Ityoophiyaa Abuubakar Kaampoo waliin mari’ataniiru.
Fayyaa…
Kaansarii fiixee gadameessaa ittisuuf hojiin fooyya’insa qabu hojjetamaa jira- BFO
Finfinnee, Amajjii 23,2015(FBC)- Kaansarii fiixee gadameessaa ittisuuf hojiin fooyya'insa qabu hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse.
Biirichi haala ittisaafi to’annoo…
Guyyaan dhibeewwan xiyyeeffannoo barbaadanii godina Jimmaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2015(FBC)- Sadarkaa biyyaatti guyyaan dhibeewwan xiyyeeffannoo barbaadanii godina Jimmaatti kabajamaa jira
Guyyichi akka biyyaatti yeroo sadaffaaf kabajamaa kan…
Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa miseensota miiliyoona 48 ol fayyadamoo taasiisuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) – Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa aanaalee 894 keessatti miseensota miiliyoona 48 ol horachuun fayyadamoo taasisuu Daayrektarri Olaantuun…
Naannoo Tigraayitti talaalliin Vaayirasii Koroonaa kennamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti talaalliin Vaayirasii Koroonaafi talaalliiin idilee biroon kennamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigaltee nageenyaa…
Rakkoolee kenniinsa tajaajila Inshuraansii fayyaa hawaasaa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Rakkoolee kenniinsa tajaajila Inshuraansii fayyaa hawaasaa irratti mul’atan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa…
Hospitalli Meedikaalaa ‘Yekkaatiit 12’ Ispeeshaalistootaa fi Ogeeyyii Fayyaa eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Hospitaalli Meedikaalaa ‘Yekkaatiit 12’ yeroo jalqabaaf Ispeeshaalistoota fayyaa 17 fi ogeeyyii fayyaa 139 eebbisiise.
Sagantaa eebbichaarratti…