Waldichi Godina Arsii Lixaatti piroojeektii fayyaa namoota kuma 251 fayyadamoo taasisu ifoomse
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Waldaan Misooma Oromiyaa Godina Arsii Lixaa aanaa Nageellee Arsiitti piroojeektii fayyaa namoota kuma dhibba 2 fi kuma 51 fayyadamoo taasisu ifoomse.…
Ityoophiyaanonni Kaalifoorniyaa Kaaba Jiraatan meeshaalee wal’aansaa Birri miiliyoona 27 deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Ogeeyyiin fayyaa Dhalattoonni Ityoophiyaa fi ityoophiyaanonni Kaalifoorniyaa Kaaba Jiraatan meeshaalee wal’aansa Fayyaa Birri miiliyoona 27’tti tilmaamaman…
Sababoota ittisuun danda’amuun du’aatii haadholii dhabuurratti qindoominni cimee itti fufuu…
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Du’aatii haadholii hir’isuun bu’aan argame jajjabeessaa ta’us ammas sababoota ittisuun danda’amuun du’aatii haadholii dhabuu irratti hojmaanni qindaawaan…
Baatiwwan 6’n dabran oomishaaleen nyaataa qulqullina isaanii hin eegne tooniin 381 faayidaarra akka…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Baatiwwan 6’n dabran oomishaaleen nyaataa qulqullina isaanii hin eegne tooniin 381 faayidaarra akka hin oolle dhorkamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi…
Biiroon Fayyaa Oromiyaa sadarkaa tatamsa’ina busaa to’achuurra gahuu beeksise
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti tarkaanfiiwwan hatattamaan fudhatamaniin dhibee busaa ittisuu fi to’achuun tatamsa’ina busaa naannichatti dabalaa dhufe sadarkaa…
Oromiyatti Duulli Talaallii dhibee Gifiraa eegalame
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii dhibee gifiraa hanga Muddee 29, 2015 laatamu har'a eegalameera.
Haaluma kanaan Godina Harargee Bahaatti Daa'imman…
Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Karooricha, Ministeerri Fayyaa, Inistiityuutiin Fayyaa…
Ingiliz meeshaalee ittisaa dhuunfaa Birrii miiliyoona 46 olitti tilmaamamu Ityoophiyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Embaasiin Ingiliz gama Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaatiin meeshaalee ittisa dhuunfaa Birrii miiliyoona 46 olitti tilmaamamu Ityoophiyaaf deeggarsa…
Waldaan Eegumsa Fayyaa Ityoophiyaafi Faawundeeshiniin Paakaard Piroojektii Doolaara miiliyoona 1.9…
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Waldaan Eegumsa Fayyaa Ityoophiyaafi Faawundeeshiniin Paakaard Piroojektii Doolaara miiliyoona 1fi kuma dhibba 9 ifoomsan.
Piroojektichi waggoota sadii…
Hospitaala Diil Corraa Dirree Dhawaaf deeggarsi Birri miiliyoona 22 taasisifame
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Mineesootatti Waldaan Dirree Keer jedhamuu Hospitalaa Diil Corraa Dirree Dhawaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 22 taasise.
Deeggarsichis dhalattoota Dirree…