Tatamsa’inni dhibee busaa dabalaa waan jiruuf hawaasni maloota ittisaa hojiirra oolchu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015(FBC)- Tatamsa’inni dhibee busaa dabalaa waan jiruuf hawaasni maloota ittisaa hojiirra oolchuun of eeggannoo akka taasisu Ministeerri Fayyaa hubachiise.
Agoobara…
Godina Jimmaatti rakkoolee dhaabbiilee fayyaa hiikuuf hojiiwwan hojjatamaa jiran jajjabeessadha…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti rakkoolee dhaabbiilee fayyaa hiikuuf hojiiwwan hojjatamaa jiran jajjabeessaa ta’uu ibsameera.
Godinichatti dhaabbileen fayyaa deeggarsa…
Oromiyaatti Torbeen Dhibee Busaa magaalaa Baatuutii kabaajame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Torbeen Dhibee Busaa magaalaa Baatuutii kabaajameera.
Dhibeen Busaa namoota hedduu miidhaa turuu fi dhibicha ittisuuf…
Godina Jimmaatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa mata duree "dhiigakoo raayyaa ittisa biyyaaf" jedhuun Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.…
Dhibee busaa ittisuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Tattaaffii mootummaan dhibee busaa ittisuufi to’achuuf taasisuuf kan oolu deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Doolaara miiliyoona 45tti shallagamu…
Addunyarratti jijjiiramni qabeenya qilleensaa rakkoo fayyaa olaanaa qaqqabsiisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Addunyarratti jijjiiramni qabeenya qilleensaa rakkoo fayyaa olaanaa qaqqabsiisaa jiraachuu ogeeyyiin damichaa beeksisan.
Dhaabbata Fayyaa…
Yaa’iin waggaa damee fayyaa 24ffaan Hawaasaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee fayyaa 24ffaa Ministeera Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa…
Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Eegumsa Fayyaa Adaree daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Eegumsa Fayyaa Adaree daawwatan.
Buufatichi qusannaa maatiirratti xiyyeeffatee…
Fayyaa Haadholii, daa’immaanii fi dargaggootaarratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Fayyaa Haadholii, daa’immaanii fi dargaggootaarratti xiyyeeffannoo fi Qindoominaan hojjetamuu akka qabu ibsame.
Daayreektoreetiin Fayyaa Haadholii…