Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen lama deeggarsa Birrii miiliyoona 52tti tilmaamamu taasiisan
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) –Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumrukaa Ayyaana Faasikaa fi Iid Al Faxir sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif meeshaalee garaagaraa Birrii…
Sirni Jala bultii ayyaana bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan kabajamaa jira
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Sirni Jala bultii ayyaana bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan kabajamaa jiraachuu ibsame.
Kabaja jala bultii kanarratti Pireezidaantii…
Hawaasni kutannoo nageenyaa isaa mirkaneeffatee gara misoomaatti deebi’uuf qabu nuuf ibseera –…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Hawaasni kutannoo nageenyaa isaa mirkaneeffatee gara misoomaatti deebi'uuf qabu nuuf ibseera jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Kutannoo Ityoophiyaan misoomni waaraan akka hojiirra ooluuf qabdu dinqisiifatame
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Kutannoo Ityoophiyaan misooma waaraa akka hojiirra ooluuf qabdu kan dinqisiifatamu ta’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaan Deeggarsaa Namoomaa…
Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 9ffaan deeggarsa taasisan ifooman
Finfinnee, Eebla 11 ,2015 (FBC)- Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 9ffaan deeggarsa taasisan ifoomaniiru.
Deeggarsi dhaabbileen garaagaraa piroojektii Maaddiin Dhalootaaf…
Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwataaniiru.
Pirojektoonni daawwatamaniis, Hospitaala Rifeeraalaa…
Hojiilee misoomaa hojjetamu keessattii sirni Itti gafaatamummaa akka mirkana’uuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) - Naannoo Gaambeeellatti hojiilee misoomaa hojjetamu keessattii hirmannaa lammiilee fi iftoominaa hojiiraa oolchuuf sirni Itti gafaatamummaa akka mirkana’uuf…
Nageenya ummataa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’uuf itti gaafatama waloo qabna-MM Abiy…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)-Nageenyaa ummataa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’u gochuuf itti gaafatama waloo qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Nageenyi…
Baatiiwwan saglan darban hojiileen jireenyaa qonnaan bultootaa fi horsisee bultootaa jijjiiran…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglaan darbanitti Naannoo Oromiyatti Jireenya qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaa jijjiiruuf hojiilee hojjetamuu Qindeessaan Kilaastaraa…
Haala Kookaa Koollaan Ityoophiyaatti invastimantiisaa babal’isuu danda’urratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muktaar Kadir Afrikaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Kookaa Koollaa Jaakuyees Varmeelan waliin…