Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan gootota ijoollee isheen bilisummaan jabaattee itti fufti-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan gootota ijoollee isheen bilisummaadhaan jabaattee itti fufti jedhan Muummeen Ministiraa fi Ajaajaan Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI…
Lafa hektaara miiliyoona 16 qofaatu misooma qonnaaf oolaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti lafa hektaara miiliyoona 74 qonnaan misoomuu danda’u keessaa hektaarri miiliyoonni 16 qofti misoomaa jiraachuun akeekame.
Asiidummaa…
Adeemsa haaraa waliin kan walsimuu hojii miidiyaa fi kominikeeshinii akka barbaachisu eerame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Imalaa jijjiiramaa akka biyyaalessatti eegalame, barsiifataa fi kallattii haaraa waliin kan walsimu hojiilee miidiyaa fi kominikeeshinii akka…
Liigiin Dargaggootaa sosochii bittaa boondii Birrii miiliyoona 500 eegale
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatiif sosochii bittaa boondii birrii miliyoona 500 Magaalaa Dirree…
Gabaa tasgabbeessuuf hojiilee hojjetamaaniin fayyadamtoota ta’aa jirra-Jiraattota Finfinnee
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Biiroon Daldalaa Oromiyaa, Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee waliin ta'uun oomishaalee dhiheessaa jiraniin fayyadamtoota ta’aa jiraachuu jiraatoonni…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 111’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Bitootessa 22-28, 2015 hordoffii taasifameen meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 111tti tilmamaman to’atamaniiru.
Meeshaleen kontirobaandii…
Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu kitaaba Dhaloota Ida’amuu Naannoo Kibbaatti gaggeeffamuu…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu kitaaba Dhaloota Ida’amuu Naannoo Sabaa fi Sabalammoota Ummatoota Kibbaatti gaggeeffamuu eegaleera.…
Dorgommiin ‘Faanaa Laamroot’ marsaa 13ffaan eegale
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiin kan qophaa’e dorgommiin ‘Faanaa Laamroot’ marsaa 13ffaan guyyaa har’aa eegaleera.
‘Faanaa Laamroot’ dorgomtoota…
Waltajjiin marii sosochii Buusaa Gonofaa Oromiyaa Caasaa Federaalaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Waltajiin marii sosochii Buusaa Gonofaa Oromiyaa caasaa Federaalaa gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Ministiroonni, Qondaaltonni Olaanoo fi kanneen…
Ministeerri Hoji fi Ogummaa Indaastirii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteese
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ministeerri Hoji fi Ogummaa Indaastirii Oomisha Huccuuwwanii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltechi ogeeyyiin Ityoophiyaa gabaa…