Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyichi dirqama birmadummaa biyya tiskuu itti kenname ga’umsaan ba’uu cimsee itti fufeera – M/J…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa dirqama birmadummaa biyya tiskuu itti kenname cimsee itti fufuu Raayyaa Ittisaatti Daayrektarri Olaanaan Hariiroo Alaa fi Tumsa…
Lammiileen 96 Libaanoos irraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Lammiileen Itiyoophiya karaa seeraan alaan biyyaa ba’anii Libaanoos waggoottan dheeraaf sanadaa malee jiraachaa turan 96 balalii marsaa 2ffan gara…
Naannoo Amaaraatti nageenya waaraa mirkaneessuuf qindoominaan hojjetamaa jira – Obbo Araggaa…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti nageenya waaraa mirkaneessuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Araggaa Kabbaddaan ibsaniiru.…
Inistitiyuutichi Magaalota 700 oliif pilaanii qopheessee kennuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Inistiitiyuutiin Pilaanii Magaalota Oromiyaa magaalota naannichaa 704’f pilaanii qopheesse kennuu beeksiseera.
Daayrektarri Itti Aanaa…
Yuunivarsiitiin Qorannoo Dhimma Alaa Beejiingi barattoota Afaan Amaaraa barsiisaa ture barana…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Hariiroo ummataa fi ummataa Itiyoo-Chaayinaa cimsuuf qorannoo barnoota Afaanota Itiyoophyaarratti hojjechaa jiraachuu Yuunivarsiitiin Qorannoo Dhimma Alaa…
Shaggarii fi BNO Galmeessa lafaa qindaa’aa dijitaalawaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Shaggarii fi Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo Dhimmoota galmeessa lafaa qindaa’aa dijitaalawa fi kanneen biroorratti waliin hojjechuuf…
Sirni Badhaasaa Irreechaa 2ffaan Sadaasa 15 gaggeeffama
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Sirni Badhaasaa Irreechaa 2ffaan Sadaasa 15, 2016 akka gaggeeffamu Koreen sagantichaa beeksise.
Sagantaan Badhaasaa irreechaa kunis namoota guddina…
Lammiilee miiliyoona 7.3 deeggarsa qaqqabsiisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Lammiilee miiliyoona 7.3 deeggarsa qaqqabsiisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomiishiniin hoggansa Sodaa Balaa ibse.
Koomiishinarri koomishinichaa…
Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi misooma beeyladaa fi hortiikaalchariirratti waloo hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi kuduraa fi muduraa akkasumas misooma beeyladaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalteen…
Humni Eegumsa Rippabilikaa miseensota Shaneerratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Humni Eegumsa Rippabilikaa miseensota garee shororkeessaa Shaneerratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Naannawaa Shawaa Kibba Lixaa, Sabbataa, Hawaasii…