Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee biyyaa alaa seeraan ala barbaacha albuudaarratti bobba’an to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Seeraan ala barbaacha warqee fi albuudalee biroorratti kanneen bobba’an lammiileen biyya alaa fi deeggartoonni isaanii to’annoo jala oolfamuu Humni…
Ityoophiyaan qajeeltoo fayyadamummaan qabeenya bishaanii haqa qabeessaa ni kabajji-Amb. Jamaal Bakar
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan qajeeltoo itti fayyadama haqa qabeessaa qabeenya bishaanii fi seera idil addunyaa guutummaatti akka kabajju Paakistaanitti Ambaasaaddarri…
Jilli Obbo Adam Faarahin durfamu Pireezidaantii Jibuutii waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Omar Gillee waliin mari’ate.
Marii…
Pireezidaanti Shimallis Hoteela Abbaa Urjii 5 Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaruuf dhagaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Magaalaa Jimmaatti Hoteela Abbaa Urjii 5 Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaramuuf dhagaa…
Jimmaatti giddugalli kenniisa ragaalee fi qorannoo qulqullina oomisha Bunaa baname
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti giddugalli kenniisa ragaalee fi qorannoo qulqullina oomishaa Bunaa baname.
Giddugalichi qorannoo madaallii qulqullina oomisha…
Ityoophiyaan Raashiyaa waliin walta’iinsa damee nageenya saayibaarii cimsuuf fedhii qabdi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Mootummaa Ityoophiyaa Mootummaa Raashiyaa waliin damee nageenyaa saayibaariin walta’insaa cimsuuf fedhii qabaachuu itti fufuuf fedhii qabaachuu…
Finfinneetti hoggantoota fi hojjeettoota kuma 12 ol irratti tarkaanfiin bulchiinsaa fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti hoggantootaa fi hojettootaa hojmaataa badaa raawwatan kuma 12’rratti tarkaanfiin bulchiinsaa fudhatamuu Biiroon Paabilik Sarvisii…
Liigiin Dubartootaa Hidhaa Abbayyaaf bittaa boondiin Birrii miiliyoona 300 walitti qabuufi
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Liigiin Dubartoota Paartii Badhaadhinaa ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaaf duula bittaa boondii Birrii miiliyoona 300 eegale.
Liigichi…
Biqiltuun bunaa miiliyoonni 75 ol Naannoo Ummattoota Kibba Lixaatti dhaabbiif qophaa’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Naannoo Ummattootaa Kibba lixaa Ityoophiyaatti biqiltuu bunaa miiliyoona 75 ol mootummaa fi qonnaan bultootaan qophaa’aa jiraachuu Abbaan Taayitaa…
Aadde Adaanech lammiileen misoomaaf kaafamaniif manneen jireenyaa kennan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen misooma qarqara laggeeniif jiraattoota kaafamaniif manneen jireenyaa laataniiru.…