Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Abbootiin qabeenyaa haaraa kaappitaala Birrii biiliyoona 186 ol galmeessaniif eeyyamni…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Abbootiin qabeenyaa haaraa kaappitaala Birrii biiliyoona 186 ol galmeessaniif eeyyama kennamuu Biiroon Invastimantii fi Indaastirii…
Jilli Obbo Adam Faaraahin duramu Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Ministira Dhimma Alaa Jibuutii Mahaammad Alii Yuusuuf waliin mari’ateera.…
Sochii geejjiba lafarraa gara Tigraayi eegalchiisuuf mari’atame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Sochii geejjibaa lafarraa gara Naannoo Tigiraayitti irra deebiin eegalchiisuuf hoggantoota bulchiinsaa yeroo naannichaa dhimmichi ilaallatu waliin…
Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsa taasisan…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsaa taasisan galateeffate.
Dhaabbilee fi qaamolee tumsaa taasisanii fi…
Aadde Adaanech jiraattota naannawaa Filuwaatii sababa misoomaa laggeeniin kaafamaniif manneen ni…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota naannawaa Filuwaatii sababa misoomaa laggeeniin kaafamaniif har’a manneen ni dabarsu.…
Hojii Riifoormii hojjetameen dhaabbileen qabiyyeefi bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa jala…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Hojii Riifoormii diinagdee biyya keessaan hojjetameen dhaabbileen qabiyyeefi bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa jala jiran bu’aa qabeessa ta’uu…
Dhaabbileen Raashiyaa Invastimantiin Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Dhaabbileen oomishtoota konkolaataa Raashiyaa hojii invastimantiin Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.…
MM Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa galateeffatan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa Deevid Beeslii galateeffataniiru.
Muummeen…
Jilli Eertiraa Ministeera Albuudaa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Jilli Eertiraa Hojiilee Riifoormii Ministeera Albuudaa daawwachuu ibsame.
Hojiilee riifoormii damee albuudaan hojjetamaniifi karoora gara fuula…
Dhimma raawwachiisuuf “Tikeeta Keelloo Muradha!” jechuun yakkaa gowwoomsaa kanneen raawwatan 9…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Dhimma raawwachiisuuf “Tikeetaa Keelloo Muradhaa!” jechuun naannawaa garaagaraatti konkolaataan socho’uun yakka gowwoomsuu raawwachuurratti…