Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa hojiilee misoomaa Godina Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) –Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojiilee misooma qonna Godina Jimmaa daawwateera.
Inisheetiiviin…
Finfinneetti sagantaan Afxiira daandiirraa marsaa 3ffaan Sanbata gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Finfinneetti sagantaan Afxira daandiirraa marsaa 3ffaan Sanbata Bitootessa 30, 2015 akka gaggeeffamu ibsame.
Sagantichi "Afxira keenya lammiilee…
Ityoophiyaan IGAD waliin tumsaan hojjechuuf kutannoo qabdu mirkaneessite
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Ityoophiyaan dhimmoota naannawaarratti Misooma Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) waliin tumsaan hojjechuuf kutannoo qabdu mirkaneessite.
Jilli Ittaanaa…
Paarkiin Invastimantii Dubaayi Ityoophiyaatti Paarkii Indaastirii ijaaruuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Paarkiin Invastimantii Dubaayi Ityoophiyaatti Paarkii Indaastirii guddaa ijaaruuf fedhii qabaachuu ibseera.
Jilli Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Misooma…
Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisan…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsaa Birri biiliyoona 1.2 hanga deeggarsa maallaqaa garaagaraa taasisan…
Koreen to’annoo fi hordoffii daldala seeraan alaa yeroo ayyaanaa hojiitti seene
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti seeraa alummaan akka hinbabal’anneef Koreen to’annoo fi hordoffii daldala seeraan alaa yeroo ayyaanaa hundaa’ee hojiitti seenuun…
Jeneraalonniifi qondaaltonni waraanaa olaanoon Eertiraa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Jilli Jeneraalotaafi qondaaltota waraanaa olaanoon Eertiraa Jeneraal Abrahaam Kaasaan durfamu Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee daawwateera.…
Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo fi Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa waliigaltee…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo fi Ministeerri Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.
…
Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu daawwannaa hojiif Jibuutii gale
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu daawwannaa hojiif Jibuutii galeera.
Jilichi wayita Jibuutii gahu…
Sagantaa biyyaalessaa loltoota duraanii deebisanii dhaaburratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Yaada ka’umsaa Sagantaa biyyaalessaa loltoota duraanii deebisanii dhaaburratti mariin magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira.
Maricharratti…