Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qooda fudhattoota sharafaa fi daddabarsa maallaqa seeran alaa keessatti hirmaatan adda baasuun…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi Tika biyyaalessaa fi Baankiin Biyyaalessaa qaamolee sharafaa fi daddabarsa maallaqa seeran alaa keessatti hirmaatan qorannoon…
Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Dhaabbileen Chaayinaa Ityoophiyaatti damee albuudaarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Habtaamuu Tagany abbootii qabeenyaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru.
Maricharratti abbootii qabeenyaa Chaayinaaf…
Godina Arsii lixaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona 3 olii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Godina Arsii lixaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona 3 olii taasifameera.
Hawaasni godinichaafi sektarri fayyaa…
Kaabineen naannoo Hararii murtoo dabarse
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Kaabineen bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii wixineewwan labsii garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Kaabineen naannichaa Danbii Ittiin…
Dhaabbileen kenniinsa tajaajilaa Bulchiinsa magaalichaatti ijaaramaa jiran hirmaannaa uummataa ni…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Dhaabbileen kenniinsa tajaajilaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaafi tumsa uummataan ijaaramaa jiran hirmaannaa uummataa kan guddisan ta’uu ibsameera.…
Himanni Aanga’oota ABUT irratti banamee ture adda cite
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – Himanni hoggantoota waraanaa fi siiviilii ABUT yakkaan shakkamanirratti banamee ture adda cituu ibsame.
Waliigaltee Nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa…
Ityoophiyaafi Dhaabbanni Godaansaa Idil Addunyaa tumsa qaban cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Dhaabbanni Godaansaa Idil Addunyaa tumsa qaban gara sadarkaa olaanaatti cimsuu haala danda’anirratti mari’ataniiru.
Ministirri…
Mootummaan naannichaa rakkoo keessaafi alaa qolachaa injifannoo gurguddoo galmeessuu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoolee namtolcheefi uumamaa qolachaa, pirojektota gurguddoo hojjechuun milkaa'uu danda'eera jedhan Itti Aanaan…
Labsiin Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa Ityoophiyaa sagalee caalmaan raggaasifame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsii Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa Ityoophiyaa sagalee caalmaan raggaasisuu ibsame.
Sirni waraqaa Eenyummaa…