Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tattaaffii Ityoophiyaan gara nageenyaa waaraatti ce’uuf taasiftu hawaasni Idil Addunyaa deeggaraa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Tattaaffii Ityoophiyaan gara nageenyaa waaraatti ce’uuf taasiftu hawaasni Idil Addunyaa deeggaraa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Dubbi Himaan…
Magaalichaatti sagantaan jalqabsiisa ijaarsa Giddugala Oolmaa Daa’immaniifi Dargaggootaa Dhaloota…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa garaagaraatti sagantaan jalqabsiisa ijaarsa Giddugala Oolmaa Daa'immaniifi Dargaggootaa Dhaloota Ida'amuu…
Pireezidaantiin Komooroos daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) –Dura ta'aan yeroo Gamtaa Afrikaa Pireezidaantiin Komooroos Azaalii Asoomaaniin halkan edaa daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi…
Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Yuuroo miiliyoona 60.5 taasisuufi
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)-Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Yuuroo miiliyoona 60.5 akka taasisuf akka ta'e beeksise.
Ityoophiyaatti Biiroon Gamtichaa…
Seeraan ala Puuntilaanditti kan godaanan Ityoophiyaanonni 33 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Waajjirri Qonsilaa Jeneraalaa Ityoophiyaa Puuntilaanditti argamu, Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa damee Bosaasoo waliin ta’uun godaantota 33…
Amantaa da’eeffachuun qaamolee ajandaa siyaasaa tarkaanfachiisaanirratti waloon qabsaa’uu…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Amantaa da’eeffachuun qaamolee ajandaa siyaasaa tarkaanfachiisuuf carraaqanirratti waloon qabsaa’uu akka barbaachisu Hoggantuun Biiroo Bulchiinsaaf…
Ityoophiyaan walga’ii 43ffaa Koree Seera Kabachiisaa Dhaabbata Gumurukaa Addunyaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan walga’ii 43ffaa Koree Seeraa Kabachiisaa Dhaabbata Gumurukaa Addunyaa Beeljiyam Biraaselsitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.…
Balaa ibiddaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti mudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaa bakka addaa ‘Adaree‘ jedhamuutti balaa ibiddaa mudateen miidhaan qabeenyarra qaqqabuun Koomishiniin…
Dhaabbileen lamaan waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tajaajilli Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa dhimoota waloo biyyaalessaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallateessan.…
Pireezidaanti Saahilawarq Pireezidaantii Ejansii farra si’eessuu addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Pireezidaantii Ejansii Farra Si’eessituu Addunyaa Wiitooldii Baankaa fi jila isaaniin durfamu waliin…