Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa walga’ii ariifachiisaa gaggeesse
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Waajjira Muummee Ministiraatti walga’ii ariifachiisaa gaggeesseera.
Sababa jijjiirama qilleensaan…
Ityoophiyaafi Noorweey hojiilee jijjiirama qabeenya qilleensaarratti hojjetan cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Miseensonni Garee Jijjiirama Qabeenya Qilleensaafi Innisheetiivii Misooma Bosonaa Noorweey hoggantoota olaanoo Ministeera Pilaaniifi Misoomaa waliin…
Komishiniin Haaromsa biyyaalessaa qooda fudhattootaa fi qaamolee tumsitootaa waliin boru Maqaleetti…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Komishiniin Haaromsa biyyaalessaa qooda fudhattootaa fi qaamolee tumsitootaa waliin boru magaalaa Maqaleetti marii kan gaggeessu ta’uu ibsame.…
Godina Jimmaatti Qamadiin Jallisiin misoome sassaabamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamuu eegaluu ibsameera.
Godinichatti bara kana lafa hektaara 300 ol irratti Qamadiin jallisiin…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliizii fi Ayarlaandi Kaabaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliizii fi Ayarlaandi…
Naannoo Harariitti sagantaan nyaata barattootaa eegale
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti sagantaan nyaata barattootaa bakka hoggantoonni mootummaa olaanoon naannichaa argamanitti eegaleera.
Sagantaan nyaata…
Jilli Obbo Barsiisoo Fayyisaan durfamu hojiilee qonnaa magaalaa Baatuu dawwate
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Jilli Ittaanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Baariisoo Fayyisaan durfamu hojiilee qonnaa magaalaa Baatuu daawwateera.
jilichi marga…
Komishinar Laliseen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaablika Cheek waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaablika Cheek Moorsilaav Kooseek waliin…
Magaalichatti dhorkiin tajaajila lafaa fi dhimma lafaan wal qabatan irra ture ka’e
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaa fi dhimma lafaan wal qabatan irra kaa’amee ture ka’uu Biiroon Bulchiinsaa Lafaa magaalichaa beeksise.…
Oromiyaatti oomishini qamadii bonee lafa heektaara kuma 80 irraa walitti qabame-BQO
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Oromiyaatti oomishini qamadii bonee lafa heektaara kuma 80 irraa walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.
Naannichatti omishni qamadii bonee…