Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Poolisiin magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomseera.
Haaluma kanaan Boru…
Naannichatti Birrii miiliyoona 282 ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii eegalame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Birrii miiliyoona 282’n pirojektii bishaan dhugaatii ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Sirnaa eegalchiisa…
Misooma jallisii baranaan qamadii lafa hektaara miiliyoona 3 irraatti misoomsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Misooma jallisii baranaan qamadii lafa hektaara miiliyoona 3 irraatti misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Minsteerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi…
Maqaan addaa fi asxaan turizimii naannoo Hararii damee turizimii naannichaa beeksisuuf gumaacha qaba…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Maqaan addaa fi asxaan turizimii naannoo Hararii damee turizimii naannichaa beeksisuuf gumaacha olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin…
Hoggantoonni olaanoon naannoo Kibba Itiyoophiyaa marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon naannoo Kibba Itiyoophiyaa mata duree " Yaadama haaraa Naannoo haaraan gara boqonnaa haaraatti" jedhuun magaalaa Walaayittaa…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Nageellee Arsiitti hojiilee Inisheetiiviiwwan garaagaraan…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu hojiilee inisheetiiviiwwan garaagaraan Magaalaa Negeellee Arsiitti hojjetaman…
Komiishinichi miidhaa Hongeen qaqqabsisuu hir’isuuf hojjecha jiraachuu ibse
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)-Kutaalee biyyattii garaagaraa keessatti hongee mudatee miidhaa qaqqabsiisu hir’isuuf hojiileen deeggarsa namoomaa hojjetamaa jiraachuu Koomishinarri…
Afaan Oromoo Diijitaalessuun guddina afaanichaaf bu’aa guddaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Mariin Hayyootaa imala Afaan Oromoo dijitaalemsuurratti xiyyeeffate magaalaa Finfinnee galma Yuunivarsiitii Riiftiivaalii keessatti taa'amaa jira.…
Ayyaanni Irreechaa nagaan akka kabajamuuf qophiin xumurameera-BKO
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Ayyaana Irreechaa bara 2016 Sanbataa fi Dilbata dhufu kabajamu karaa nagaan duudhaasaa eeggatee akka kabajamuuf qophiin barbaachisaan xumuramuu Biiroon…
Naannoo Somaaleetti Piroojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 114n ijaarame…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Faafan magaalaa Hartisheekitti Piroojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 114n ijaarame eebbifameera.…