Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Antooniyoo Guutareez Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) - Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oomishtummaan qonnaa guddina diinagdeefi wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha- Pireez.…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Oomishtummaan qonnaa guddina diinagdee, hiyyummaa keessaa bahuufi wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha jedhan Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq…
Qabeenyota hataman garaagaraa dabalatee shakkamtoonni 400 ol to’atamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Meeshaalee waraanaa seeraan alaa dabalatee qabeenyonni hataman hedduuniifi shakkamtoonni 400 ol to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gamaaggama raawwii hojii Paartiifi Mootummaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gamaaggama raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Gamaaggama kana irratti Hoggantoonni…
Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Caaffee Oromiyaa boru ni eegala- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015(FBC)- Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Bara Hojii Caaffee 6ffaan guyyaa boruu kan eegalu ta’uu Af-yaa’iin Caaffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan.…
Injifannoo Adwaa haalan kabajuuf qophiin xumurame – Koree kabaja ayyaanichaa
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Injifannoo Adwaa haalan kabajuuf qophiin xumuramuu Koreen kabaja Ayyaanichaa beeksiise.
Ijifannoo Adwaa haala kabaja isaaf maluun kabajuuf qophiin…
Piroojektoonni hojjetamaa jiran yeroo qabameefitti xumuramuu qabu- Obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Naannoo Harariitti piroojektoonni buleeyyiifi haaraan hojjetamaa jiran yeroo qabameefitti akka xumuramaniif xiyyeeffannoon hojjetamuu qabu jedhan…
Balaa Ibiddaa Warshaa Saamunaa Walisoorra qaqqabeen Qabeenyi Birrii miiliyoona 100 tti tilmaamamu…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Warshaa Saamunaa Walisoorra qaqqabeen Qabeenyi Birrii miiliyoona 100tti tilmaamamu barbada’uu ibsame.
Warshaa Saamunaa Magaalaa…
Addunyaan Finfinneerratti walgeesseetti yoo jedhame dhaadhessuu hin ta’u- Ambaasaaddar Mallas Alam
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Addunyaan Finfinneerratti walgeesseetti yoo jedhame dhaadhessuu hin ta’u jedhan Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mallas Alam.…
Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saami’aan Suluhuun Hasan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saami'aa Suluhuu Hasan Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Albuudaa…