Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Giinii Bisaawoo Umaaroo Siisookoo Imbaaloon daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Giinii Bisaawoo Umaaroo Siisookoo Imbaaloon daawwannaa hojiif Magaalaa Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita buufata xiyyaaraa…
Manni mare naannichaa muudama garaagaraa raggaasisuun yaa’iisaa xumure
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa yaa’ii idilee 3ffaa Mana Maree 6ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa ture muudama garaagaraa raggaasisuun xumureera.…
Dhaabbatichi konkolaattota fe’umsaa haaraa 185 hojii eegalchiise
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanarraafi Loojistikii Ityoophiyaa konkolaattota fe’umsaa haaraa 185 guyyaa har’aa hojii eegalchiiseera.…
Ityoophiyaa fi Ispeen waliigaltee tumsa Dinaagdee waggoota 5’f turu waliif mallatteessaan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015(FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa fi Ispeen waliigaltee tumsa dinaagdee waggoota 5’f turu waliif mallatteessuu ibsame.
Waligaltchas Ministirri Ministeera…
Aadde Adaaneech ijaarsaa piroojektii qarqaraa laga Qabannaaf dhagaa bu’uura ka’an
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebeen ijaarsaa piroojekti qarqaraa laga Qabbannaaf dhagaa bu’uura ka’aaniiru.
Bulchinsi magaalicha…
Aadde Muufariyaat Kamil Ittaanaa Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Aadde Muufariyaat Kamil Ittaanaa Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa Solomoon Ku’ayinoor waliin mari’ataniiru.
Hojii uumtota darggagoota deeggarsa…
Pireezidaantiin Seeraaliyooniifi Ittaanaan Pireezidaantii Ugaandaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Seeraaliyoon Juuliyas Maadaafi Ittaanaan Pireezidaantii Ugaandaa Jeesiikaa Aluup Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti…
Ityoophiyaafi Naamiibiyaan dhimmoota nageenyaarratti waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Naamiibiyaan dhimmoota nageenyaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Raayyaa…
Magaalaa Finfinneetti balaa ibiddaa mudateen suuqiiwwan 10 irra miidhaan qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Boolee aanaa 12’tti balaa ibiddaa mudateen suuqiiwwan 10 irra miidhaan qaqqabuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi…
Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Raaga Qilleensaa Addunyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Raaga Qilleensaa Addunyaa Piroofeesar Piitar…