Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Dhimma Alaa Eertiraa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Ministiri Dhimmaa Alaa Eertiraa Osman Saaliih Mohaammad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministir Deetaan…
Abbootii Amantaa Manaa Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa gidduutti waldhabdee umamee ture mariin furame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Abbootii Amantaa Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa gidduutti waldhabdeen umamee turee mariin furamuun himame.
Abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa…
Warshaa Saamunaa Walisoorra balaan ibiddaa qaqqabe
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Warshaa saamunaa Magaalaa Walisoorraa balaan ibiddaa mudateen qabeenyarraa miidhaan qaqqabee.
Itti Gaafatamaan Buusaa Gonofa Magaalaa Walisoo Obbo…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministiraa Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Abishiir…
Ityoophiyaa fi Keeniyaan raawwii waliigalteewwan walii mallateessanii gamaaggaman
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Keeniyaan raawwii waliigalteewwan walii mallateessanii gamaaggamaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu…
Ityoophiyaa fi Chaayinaan hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Ya’ii Ministiroota Gamtaa Afrikaa cinaatti Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa fi Afrikaatti Ergamaan Addaa Chaayinaa…
Yaa’ii Gamtaa Afrikaarraa fayyadamuu qabna-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan nagaa taatee Yaa'ii Gamtaa Afrikaa keessumeessuun, carraan argamerraa fayyadamuu qabna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Tattaaffiin Fayyadamummaa waloo Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaa mirkanneessuu cimee itti fufuu…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Tattaaffiin Fayyadamummaa waloo Naannawaa daldala Walabaa Afrikaanootaa mirkanneessuuf taasifamu cimee itti fufuu akka qabu Ambaassaddar Albeerti…
Naannawaan daldala Walabaa Afrikaa diinagdeen akka dandamatuu fi daldala saffisiisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Afrikaatti Barreessaa Eeggataa Koomishinii Gamtaa Awurooppaa Antooniyoo Peediroon Naannawaan Daldala Walabaa Afrikaa diinagdeen ardichaa akka dandamatuu…
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophii taasisuun hojjechaa jiraachuu Humni Waloo Tikaa…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaa taasisuun hojiitti seenuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.…