Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitii fi jiraattoonni Amboo hawaasa Booranaaf deeggarsa Birrii miliyoona 4 taasisan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Amboo fi jiraattonni magaalichaa Godina Booranaa Aanaa Yaaballootti hawaasaa horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Afrikaan hojiilee rakkoolee fayyaa fi wabii nyaataa itti fufiinsaan furuu dandeessisan hojjechaa…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Afrikaan rakkoolee fayyaa fi wabii nyaataa ishee itti fufiinsaan furuuf hojiilee dandeessisan hojjechaa jiraachuu Dura Ta’aan Koomishinii Gamtaa Afrikaa…
Balaa ibiddaan manneen jireenyaa 9 miidhaman
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Addis Katamaa Aanaa 6tti balaa ibiddaa mudateen manneen jireenyaa sagal irra miidhaan qaqqabuu Koomishiniin Hoggansa…
Gamtaa Afrikaan kan durfamuu adeemsi nageenyaa qajeeltoo ‘Rakkoolee Afrikaaf Furmaataa Afrikummaa’…
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gamtaa Afrikaan kan durfamu adeemsi nageenyaa qajeeltoo ‘Rakkoolee Afrikaaf furmaataa Afrikummaa’ kan mirkaneesseedha jechuun Itti Aanaan Muummee…
Akkaadaamiin Hoggansaa Afrikaa fooramii Paan Afrikaaniizimii jalqabaa gaggeessuufi
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Akkaadaamiin hoggansa Afrikaa Fooramii Paan Afrikaaniizimii jalqabaa gaggeessuuf akka ta’e ibsame.
Fooramichis Dilbata dhufu giddugalaa leenjii…
Pireezidaanti Sahilawarqi miidhaa kirkiraa lafaa Sooriyaa fi Turkitti ga’een gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen balaa kirkira lafaa Sooriyaa fi Turkiitti mudateen miidha ga’een gaddaa isaanitti dhaga’ame ibsaniiru.…
Awutoobisoonni Shaggar barsiisoota fi hoggaantoota manneen barnootaa Finfinneef tajaajila akka…
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Awutoobisoonni Shaggar barsiisoota fi hoggaantoota manneen barnootaa magaalichaf tajaajila akka kennan murtaa’ee.
Kana dura…
Godina Matakkalitti waliigalteen araara nageenya gaggeeffame
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Sagantaan waliigaltee araara nageenyaa mata duree “Nageenya mul’ate gara nageenya waaraa mirkaneessuutti” jedhuun Godina Matakkalitti gaggeeffaeera.…
Naannoon Sabaa fi Sablammoota Ummattoota Kibbaa yaa’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Naannoon Sabaa fi Sablammoota Ummattoota Kibbaa Magaalaa Hawaasaatti yaa’ii idilee gaggeessuu eegalaeera.
Yaa’ichan manni marichaa raawwii karooraa…
Ityoophiyaafi Chaayinaan waliigaltee deeggarsa faayinaansii Birrii biiliyoona 1.22 waliif…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Chaayinaan waliigaltee deeggarsa faayinaansii Birrii biiliyoona 1.22 waliif mallatteessuu ibsame.
Deeggarsichi jijjiirraa Daandii…