Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaafi Ugaandaa tumsa gama Raayyaa Ittisaan qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Ugaandaa tumsa gama Raayyaa Ittisaan qaban daran cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ministoroonni Raayyaa Ittisaa Biyyaa biyyoota lameenii ibsan.…
Dhiyeessii bishaan dhugaatii fooyyessuuf dhaabbilee deeggartoota misoomaa waliin hojjetamaa jira…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Dhiyeessii bishaan dhugaatii fooyyessuuf dhaabbilee deeggartoota misoomaa waliin hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii ibse.
Jilli…
Hojiileen misoomaa Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa akka cimuuf qooda fudhattoonni hirmaachuu…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatoota Kibba-Lixa Ityoophiyaatti hojiileen misoomaa eegalaman cimanii akka itti fufaniif tattaaffii waloo qooda fudhattootaa cimsuun…
Qabeenya uumamaa eeguu fi kunuunsuu dirqama dhaloota ta’uu qaba-BQO
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Qabeenya uumamaa eeguu fi kunuunsuun dirqama dhaloota ta’uu akka qabu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Jilli Itti Aanaa Hoggannaa Biiroo Qonnaa…
Ityoophiyaafi Paakistaan waliigaltee daldalaa gam-lamee waliif mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Paakistaan waliigaltee daldalaa gam-lamee waliif mallatteessuu ibsame.
Ministir Deetaan Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Balaa ibbiddaa kutaa magaalaa Lammii Kuraatti mudateen qabeenyarra miidhaan gahe
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Balaan ibbiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 8 Yuunivarsiitii Siiviil Sarfisii fuulduratti guyyaa keessaa naannoo sa’atii…
Abbootiin qabeenyaa Jibuutii paarkiiwwan indaastiriitti hojiilee inavstimatiirratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Jibuutii Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa keessatti hojiilee invastimatiirratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.
Jilli…
Dhiyeessii manneenii fi bulchiinsa lafa magaalaarratti bu’aa gaariin galmaa’eera jedhame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessii manneenii fi sirna bulchiinsa lafa magaalaarratti bu’aa gaariin galmaa’uun ibsame.
Gabaasni raawwii Ministeera…
Baatiiwwan ja’an darbanitti galiin waliigalaa Birrii biiliyoona 222 argamuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’aan darban galii waliigalaa Birrii biiliyoona 222 argamuun ibsameera.
Baraa baajataa kanattii galii Birrii biiliyoona 438.9 argachuuf…
Omishaaleen Doolaara miiliyoona 915’tti tilmaamaman oomisha biyya keessaan bakka buusamuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti oomishaaleen Doolaara miiliyoona 915’tti tilmaamaman oomisha biyya keessaan bakka buufamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…