Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa haala yeroorratti mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa haala yeroorratti mari’ataniiru.
Hojjettoonni waajjirichaa guyyaa har’aa haala yeroorratti mari’achuu ragaan…
Gamaaggamni raawwii baatiiwwan 6 Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii ji’oottan ja’an darbanii, Mootummaa Naannoo Oromiyaa bakka Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti…
Godina Qeellam Wallaggaatti baatiiwwan 6 darbanitti oomishni dammaa tooniin kumni 4fi 700 ol …
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Godina Qeellam Wallaggaatti baatiiwwan 6 darbanitti oomishni dammaa tooniin kumni 4fi 700 ol argamuu ibsameera.
Godinichatti ji'oottan ja'an…
Ityoophiyaafi Baankiin Addunyaa waliigaltee jalqabaa uwwisa bittaa kaarboonii waliif mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Baankiin Addunyaa waliigaltee jalqabaa uwwisa bittaa gadi lakkifama kaarboonii waliif mallatteessan.
Waliigalticha Ministirri…
Jilli Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Arsiitti hojiiwwan misoomaa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Jilli Ittaanaa Hoggaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Arsii Aanaalee garaagaraa keessatti hojiiwwan misoomaa daawwate.…
Akkaadaamichi Raashiyaa waliin dameewwan leenjii fi qo’annoon hojjechuuf fedhii qaba-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Akkaadaamiin Hoggansa Afriikaa Raashiyaa waliin dameewwan leenjii fi qo’annoon hojjechuun dandeettii raawwachiisummaa dhaabbatichaa guddisuuf…
Biqiltuuwwan bara darbe dhaabaman %92.3 lateera-BQO
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Saganataa Ashaaraa Magariisaan naannoo Oromiyaatti biqiltuuwwaan bara darbe dhabaman %92.3 latuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Itti Aanaan…
Sagantaan imalaa “Imala Hidha Haaromsaa” eegale
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Sagantaan imalaa deeggarsa hawaasni hidha haaromsaa guddichaaf qabu cimsuufi galiiwalitti qabuurratti kaayyeffate “Imala Hidha Haaromsaa” jedhu guyyaa…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa Daani’eel Baqqalaa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin,…
Koomishinichi baatiiwwan ja’an darbanitti deeggarsa namoomaa meetirik toonii kuma 700 ol dhiyeessuu…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Ityoophiyaa baatiiwwan ja’an darbanitti deeggarsa namoomaa meetirik toonii kuma 700 ol dhiyeessuu beeksise.…