Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’inoonni baatiiwwan 6 darbanitti argaman akka itti fufaniif xiyyeeffannoon ni hojjetama- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Naannoo Afaaritti milkaa’inoonni baatiiwwan 6 darbanitti gama nageenyaafi misoomaan argaman akka itti fufaniif xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu…
Biirichi raawwii karoora baatiwwaan jahan dabanii gamaaggame
Finfinne Guraaandhala 1, 2015 (FBC)- Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistikii Oromiyaa raawwii karoora baatiwwaan jahan dabanii gamaaggameera.
Biirichi Caasaa godinaalee, aanaaleefi…
Ityoophiyaafi Komishiniin Godaantotaa DhMG dhimmoota waliin hojjetanirratti waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Komishiniin Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii godaantotaafi buqqaatota Iyoophiyaa keessatti argaman ilaalchisee qindoominaan…
Jilli Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu magaalaa Shaggar kutaa magaala Malkaa Noonnootti hojiilee…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu kutaa magaala Malkaa Noonnootti hojiilee misooma hojjetamaa jiran daawwateera.…
Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Bakka Buutuu Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa Faaraay…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Bakka Buutuu Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa Faaraay Ziimoodiizii waliin…
Sanyiilee filataamaan baay’ifame kuntaalli kuma 560 ol mankuusaatti galeera – ISFO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC)- Sanyiilee filatamaan lafa hektaara kuma 29 fi 700 ol faca’erraa oomishni kuntaalli kuma 560 ol walitti qabamee mankuusatti galfamuu Intarpiraayiziin…
Naannoo Oromiyaatti kitaabileen barnootaa miiliyoonni 7 ol maxxanfamuun raabsamaa jiru – BBO
Finfinnee, Guraandhala1, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan miiliyoonni 7 ol maxxanfamuun raabsamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiise.…
Dhiyeessii humna elektirikaa Indaastirii Oomishaaf barbaachisu Kiiloowaatii kuma 255 keessaa kan…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Dhiyeessii humna elektirikaa Indaastirii Oomishaaf barbaachisu Kiiloowaatii kuma 255 keessaa kan dhiyaachaa jiru kiiloowaatii kuma 68 qofa ta’uu…
Ashaaraa magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biiliyoona 4.9 qopheessuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) –Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan gosa adda adda biiliyoona 4.9 qopheessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksisee.…
Dooktar Iyyoob Takkaalliny Ministira Maallaqaa Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Ministira Ministeera Maallaqaa Faransaay Imaanu’eel Mooliin waliin mari’atan.
Dooktar…