Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan.
Obbo Musxafeen diyaaspoorota…
Godinaalee Walaayittaa, Geedee’oofi Goofaatti adeemsi kenniinsa sagalee Uummataa nagaan xumurame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Murtoo Uummataa naannoo Uummattoota Kibbaatti gaggeeffameen godinaalee Walaayittaa, Geedee’oofi Goofaatti adeemsi kenniinsa sagalee Uummataa nagaan…
MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadfi jillisaanii Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, tumsa…
Ambaasaaddar Ayyalaan xalayaa muudamasaanii Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaaf dhiyeessan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Gamtaa Afrikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinii Diinagdee Afrikaatti bakka bu’aa dhaabbii Ityoophiyaa kan ta’an Ambaasaaddar Ayyalaa…
Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaatti qaama midhamtootaaf meeshaaleen hiirkoo qaama 200 ol…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsa Daa’imman Qaama Miidhamtoota Kennaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaatti qaama midhamtootaaf meeshaalee hiirkoo…
Hojiilee ittisa jijjiirama qabeenya qilleensaa karooraa misoomaa biyyaalessaa biroon walitti hidhuun…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Hojiilee ittisaa fi dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaatti madaquuf karoora misooma biyyaalessaa biroon walitti hidhuun hojiirra oolchuuf hojjetamaa…
Gaambeellaatti misoomsitoota invastimantiirratti bobba’aniif deeggarsi akka taasisamu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umud Ujuluu naannichatti abbootii qabeenyaa dameewwan invastimantii garaagaraarratti bobba’uu barbaadaaniif…
Lammiileen Ityoophiyaa 933 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 933 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’an keessaa 900 dhiirota yoo ta’an…
Oromiyaatti godaansaa deebitoota hojiitti galchuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana godaansaa deebitoota simachuun hojiitti galchuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa…
Michummaa Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii cimsinee itti fufsiisna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Hariiroon Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii baroota kan lakkoofsisee fi bu'aa qabeessa ta'uu Muummeen Minitiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa…