Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaalamwarqi Jambaruu badhaasa Birrii Miiliyoona 1 ‘Faanaa Laamroot’ injifatte
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Dorgommii xumuraa mo’aa mo’attootaa ‘Faanaa Laamroot’ marsaa 3ffaan Yaalam Jambaruu badhaasa Birrii Miiliyoona 1 ‘Faanaa Laamroot’ injifatte.
Dorgommiin…
‘Faanaa Laamroot’ dhiibbaa uumaa akka itti fufuuf jijjiiramni bu’uuraa taasifamaa jira-Obbo Admaasuu…
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Sagantaan damee baashannaanaa televiizhinii Faanaa ‘Faanaa Laamroot’ fudhatamummaa fi dhiibbaa uumaa ta’ee akka itti fufu jijjiirama bu’uuraan dhiyaachuuf…
Obbo Dammaqaa Mokonniin bakka bu’oota buqqaatota Dabra Birhaanitti argaman waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, bakka bu’oota buqqaatota naannawaa garaagaraarraa buqqa’uun Dabra Birhaanitti…
Balaliin guyyaatti Finfinnee gara Maqalee taasifamuu hir’ateera kan jedhame odeeffannoo…
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Balaliin guyyaatti Finfinneerraa gara Maqalee taasifamu hir’ateera kan jedhame odeeffannoo dogoggoraa ta’uu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.…
Daldala seeraan alaa alergiirratti mul’atu too’achuuf kutannoon hojjetama-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Daldala seeraan alaa alergiirratti mul’atu too’achuuf mootummaan qaamolee dhimmi ilaallatu waliin kutannoon kan hojjetu tahuu Pireezedaantiin Mootummaa…
Meeshaaleen koontirobaandii Birrii Miiliyoona 168 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Meeshaaleen koontrobaandii Birrii miiliyoona 168 olitti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi Mudde 28 hanga Amajjii 4,…
Manni maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 16ffaa har'a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Manni marichaa dhimmoota garaagaraarratti…
Manni Maree Ministirootaa Miseensota isaa afur Kabajaan geggeesse
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Aadde Daagmaawit Mogas, Injiinar Taakkalaa Uumaa, Obbo Umar Huseen fi Obbo Tafarii Fiqiree kabajaan geggeesseera.…
Egzibiishinii fi baazaariin daldalaa, invastimantii fi faayinaansii Dabra Birhaanitti baname
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Egzibiishinii fi baazaariin daldalaa, invastimanti fi faayinaansii Magaalaa Dabra Birhaanitti baname.
Sirna baniinsa egzibiishinichaarratti Ittaanaan…
Bakki bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) qulqulleefame
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Ayyaana Cuuphaa Roobii fi Kamisaa dhufu kabajamu ilaalchisuun bakki bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) mata duree “Jaanmeedaa Gamtaan Cuuphaaf”…