Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tattaaffii malaanmaltummaafi hanna dhabamsiisuuf taasifnuun sirnoota keenya cimsuu itti fufna…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad tattaaffii malaanmaltummaafi hanna dhabamsiisuuf taasifnuun sirnoota keenya cimsuu itti fufna jedhan.
Ministirri…
Adeemsa seenessa Afrikaa uumuu keessatti Itiyoophiyaarraa gahee olaanaatu eegama- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa seenessa Afrikaa uumuu keessatti Itiyoophiyaarraa gahee olaanaatu eegama jedhan.
Ministirri Muummee…
Itiyoophiyaan waliigaltee Naannawaa Daldalaa Bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuuf qophii Xumurte
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan waliigaltee Naannawaa Daldalaa Bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuuf qophii Xumurteetti jedhe Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Manni Marichaa dhimmoota 13’f hiikni heera mootummaa akka kennamuuf murtoo dabarse
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018 FMC) – Manni Maree Federeeshinii dhimmoota 13 irratti hiikni heera mootummaa akka itti kennamu murtoo dabarseera.
Yaa’iin Qulqulleessituu Heera Mootummaa Mana…
Bulchiinsi magaalichaafi Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Karoorri dhaloota qaruu fi biyya ijaaruu akka milkaa’uuf tumsi akka taasifamu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018 (FMC)- Damee barnootaan karoorri dhaloota qaruu fi biyya ijaaruuf qabame akka milkaa’uuf qaamoleen garagaraa tumsa akka taasisan waamichi dhiyaate.
Jilli…
Dooktar Abiy Ahimad Miidiyaa “Pulse Of Africa” hojii eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miidiyaa “Pulse of Africa” hojii eegalchiisaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad hojii eegalchiisuu miidiyaa kanaa…
Sirni to’annoo odeeffannoo konistiraakshinii ifoome
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Sirni to’annoo odeeffannoo konistiraakshinii iftoominaafi itti gaafatamummaa mirkaneessuuf gargaaru ifoomeera.
Sirnichi inisheetiivii ce’umsa…
Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa ajandaalee guyyaa har’aaf qabaman raggaasisuun…
Ajaja Kibbaatti hundeeffamni waggaa 30ffaa Kutaa Waraanaa 21ffaa Gunaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kibbaatti hundeeffamni waggaa 30ffaa Kutaa Waraanaa 21ffaa Gunaa magaalaa Baatuutti kabajamaa jira.
Sagantaa kabaja…