Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyiin durfamu Chaayinaatti…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyiin durfamu Chaayinaatti daawwannaa hojii gaggeessaa jira.
Sagantaan…
Hidhi Haaromsaa injifannoo cululuqaa dhaloonni kun dafqa, dhiigaafi yaadaan qabsaa’ee injifateedha-…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa injifannoo cululuqaa dhaloonni kun dafqa, dhiigaafi yaadaan qabsaa’ee injifateedha…
Ayyaanni Masqalaa ayyaana nageenyaafi jaalala lallabu ta’uu qaba- Eebbifamoo Abunee Saawiroos
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Ayyaanni Masqalaa ayyaana nageenyaafi jaalala lallabu ta’uu qaba jedhan Hojii Gaggeessaa Olaanaan Mana Lubummaa Waliigalaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa…
Siimpooziyeemiin aadaa, Afaanii fi seenaa saba Gaamoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Qaama kabaja Ayyaana ‘Yoo Maasqalaa’ Gaamoo kan ta’e Siimpooziyeemiin aadaa, Afaanii fi seenaa saba Gaamoo gaggeeffamaa jira.
Siimpooziyeemiin aadaa,…
Biiroon Misooma Jallisiifi Horsisee Bulaa Oromiyaa paampiiwwan bishaanii kuma 26 ol fayyadamtootaaf…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Biiroon Misooma Jallisiifi Horsisee Bulaa Oromiyaa Warshaa Mootoraa Jabduu waliin ta’uun paampiiwwan bishaanii kuma 26 ol fayyadamtootaaf dabarsee…
Hidhi Haaromsaa gaabbii baroottanii Itiyoophiyaanotaa kan deebiseedha- Kantiibaa Kadir Juhaar
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Dirre Dhawaa obbo Kadir Juhaar Hidhi Haaromsaa gaabbii baroottanii Itiyoophiyaanotaa kan deebiseedha jedhan.
Eebbifamuu Hidha…
Hidhi Haaromsaa agarsiistuu bara Olka’iinsaa Itiyoophiyaati – Aadde Roozaa Umar
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) - Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa gamtaadhaan dhugoome agarsiistuu bara olka’iinsaa Itiyoophiyaati jedhan Pirezidaantii Itti aantuun Naannoo Hararii…
Hidhi Haaromsaa ijoollee Itiyoophiyaa misoomaaf kan qindeesse pirojektii yaadama ida’amuun…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa ijoollee Itiyoophiyaa daangaa hanga daangaatti misoomaaf kan qindeesse pirojektii…
Eebbifamuun Hidha Haaromsaa mallattoo bayyanannaa Itiyoophiyaati – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Eebbifamuun Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa mallattoo bayyanannaa Itiyoophiyaati jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan.…
Raayyaan Ittisaa Faayidaa biyyaalessaafi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Faayidaa biyyaalessaafi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa qophummaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…