Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weellisaa Mahaammud Ahimad waancaafi kaabbaa kabajaa badhaafame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot irratti weellisaa Mahaammud Ahimadiif badhaasni waancaafi kaabbaa kabajaa…
Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot injifateera.
Dorgommicha 1ffaa bahuun kan injifate Pheexroos…
Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyoobeel Tsaggaayee…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyoobeel Tsaggaayeen 2ffaa bahuun xumureera.
Iyyoobeel dorgomichaan 2ffaa bahuun…
Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Eefreem Geetaachaw…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Eefreem Geetaachaw 3ffaa bahuun xumureera.
Eefreem dorgomichaan 3ffaa bahuun Birrii…
Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyaruusaaleem…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommiin xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot baatiiwwan lamaa oliif haala dinqisiisaa ta’een gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa…
Ayyaanonni Daamaraa, Masqalaafi Irreechaa haala gaariin akka kabajamaniif qophiin taasifameera
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Ayyaanonni Damaraa, Masqalaafi Irreechaa haala gaariin akka kabajamaniif qophiin xumuramee gara hojiitti galameera jedhan Komishinarri Jeneraalaa…
Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen qondaalota waraanaa muudan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018(FMC)- Dhiyeessummaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Fulbaana 10, 2018 irraa eegaluun qondaalota…
Faanaa Laamroot biifoota biyya keenyaa aartiin ibsaa jira- Obbo Admaasuu Daamxoo
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korporeeshin obbo Admaasuu Daamxoon Faanaa Laamroot ogummaa aartii gaariin biifoota biyya keenyaa ibsaa jira…
Mootummaan bakkeewwan gahumsa tuurizimii misoomsuuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiiseera-…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan mootummaan bakkeewwan gahumsa tuurizimii misoomsuuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiiseera jedhan.…