Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan hawaasa dippilomaasiif haala yeroorratti ibsa kennan
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaan hawaasaa dippilomaasii teessoon isaanii Finfinneef haala yeroorratti ibsa…
Finfinneetti dubartoonni %60 fayyadamtoota pirojektii shaakala hojiirraa ta’u-Obbo Jaanxiraar
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dubartoonni dargaggootaa %60 fayyadamtoota pirojektii shaakala hojiirraa akka ta’an Itti Aanaa Kantiibaa fi Hogganaan Biiroo Misooma…
Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Jilli Hoggansa olaanoo Itti aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee…
Gufuu badhaadhinaa buqqisaa injifannoo Oromoo tiksuun injifannoon itti fufna-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Gufuu badhaadhinaa buqqisaa injifannoo Oromoo tiksuun imala eegalame injifannoon itti fufna jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol buqqa’an
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu Tajaajilli Hoggansa Sodaa Balaa…
Jibuutiirraa Finfinneetti konkolaattota baaburaan geejibsiisuun eegalame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Geejiba Baaburaa Ityoo-Jibuutii konkolaattota Jibuutiirraa gara Finfinneetti tajaajila geejibsiisuu eegalchiise.
Tajaajilli eegalame…
ABUT saamichi raawwate akka yaaddesseen Ameerikaan ibsite
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Gareen ABUT Maqaleetti kan argamu mankuusaa Sagantaa Nyaataa Addunyaarratti raawwate akka yaaddesseen ibsite.
Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa ibsa…
BHGO Horsiisee bultoota Godina Harargee Bahaaf deeggarsa midhaan nyaataa taasiise
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Harargee Bahaatti, horsiisee bultoota Aanaa Mayyuu Mulluqqee hongeen miidhamaniif, midhaan nyaataa kuntaala 800…
Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaadha- Deeviid Baaslee
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaa ta'uu Daayreektarri Olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Baaslee ibsaniiru.
Hidhattoonni…
ABUT Kuusaa DhMG Maqaleetti argamu saamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Hidhattoonni garee ABUT Kuusaa Maqaleetti argamu saamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiise.
Dubbii Himaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata…