Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 600 ol Kilaasteraan midhaan gabaa giddu…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma dhibba 6 ol Kilaasteraan midhaan gabaa giddu galeeffate oomishuuf karoorfamuu Inistiityuutiin…
Ejensichi waamicha “Iid hanga Iid” hordofee imaltoota gara biyyaa dhufaniif qajeelfama yeroo baase
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ejensiin Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa fi Immigireeshiniin waamicha “Iid hanga Iid” hordofee Ityoophiyaanota, dhalattoota Ityoophiyaa fi michuuwwan ishee gara…
Bulchiinsa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Qonnaan bultoota 500f waraqaan qabiyyee lafaa…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Godina addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Qonnaan bultoota 500f waraqaan qabiyyee lafaa…
Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate keessaa ariitiin akka baatuuf deeggarsi diyaaspooraa cimee itti…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate keessaa ariitiin akka baatuuf deeggarsi diyaaspooraa cimee itti fufuu akka qabu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Godina Booranaatti namoota deeggarsa midhaan nyaataa hatan 56 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Aanaalee Godina Booranaa garaagaraa keessatti namoota faayidaa isaaniif hin mallee argachuuf deeggarsa midhaan nyaataa hatan irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Nageenya magaalichaa eegsisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Nageenya magaalaa Finfinnee eegsisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uu ibsameera.
Qopheesummaa Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinneetiin…
Shugguxiin 120 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Booranaatti Shugguxiin seeraan alaa 120 Birrii miiliyoona 1 fi kuma 80 tilmaamamu to’atamuu Waajjirri Poolisii aanichaa…
Ayyaanota Hiikaa fi Id Alfaxiriif meeshaalee bu’uuraa hawaasaaf dhiyeessuuf qophiin taasifamuu…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ayyaanota Hiikaa fi Id Alfaxiriif meeshaalee bu’uuraa haala walitti hidhamiinsa gabaa eegeen gama waldaalee hojii gamtaan hawaasaaf dhiyeessuuf qophiin…
Ayyaana hiikaaf dhiyeessii zayitaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ayyaana hiikaa/ Faasikaaf dhiyeessii zayitaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee beeksise.
Biirichi ayyaana hiikaa…
Dhaabbanni oomisha sibiilaa Kooriyaa Ityoophiyaatti oomishaalee fi bu’aawwan sibiilaa oomishuuf…
\Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan hogganaa fi ogeeyyii Dhaabbata Oomisha Sibiilaa Kooriyaa Paaskoo waliin guyyaa har’aa mari’ataniiru…