Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dameelee garaagaraan hojiileen egeree Afrikaa murteessuu danda’an raawwachuun barbaachiisaadha-…
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Addunyaa jijjiiramaa jirtu keessatti hojiilee egeree Afrikaa murteessuu danda’an tumsan raawwachuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Sirna madaallii barnootaa Afrikaaf badhaadhina fidu diriirsuun barbaachisaadha- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Hagayya 19, 2017(FMC)- Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan biyyoonni Afrikaa hundi sirna madaallii barnootaa badhaadhina fidu danda’u diriirsuu qabu jedhan.…
Finfinneetti Ayyaanota sababeeffachuun daballiin gatii akka hin mudanneef xiyyeeffannoon kenname
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) -Ayyaanota sababeeffachuun qaala’iinsi gatii akka hin mudanneef dhiyeessii fi hordoffiin cimaan taasifamaa jira jedhan Itti aanaan Kantiibaa fi Hogganaan…
Yaa’iiwwan idil-addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuuf jiraniif qophii hoteelotaa
Finfinnee, Hagayya 19, 2017(FMC)- Ya’iiwwan idil-addunyaa baatiiwwan Qaammee fi Fulbaana dhufutti magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaniif hoteelonni qophii barbaachisaa taasisaa jiru jedhe…
Duudhaaleen biyyaalessaa ijaarsa sirna diimookiraasiif bu’uura ta’an gara gabaatti dhufuu qabu-…
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Duudhaaleen biyyaalessaa ijaarsa sirna diimookiraasiif bu’uura ta’an gara gabaatti dhufuu qabu jedhan Gorsaan Damee Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqon…
Dhaloonni ammaa yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhaloonni ammaa mari’achuufi yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Piroofeesar…
Dhimmi Ulaa Galaanaa dhimma lammii hundaati- Hayyoota
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhimmi Ulaa Galaanaa kan mootummaa qofa osoo hin taane kan lammii hundaati jedhan hayyoonni.
Yuuniivarsiitii Siiviil Sarvisii Itiyoophiyaatti hayyuu…
Hambaalee Itiyoophiyaarraa sababa garaagaraan bahan deebisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 18,2017(FMC)- Hambaalee Itiyoophiyaarraa sababa garaagaraan bahan deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa.
Akka…
Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal ayyaanota tokkummaan baatii gannaa Shamarraniin…
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen baga Ayyaanoota Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal geessan jedhan.
Ashandaa, Ashandiyyee,…
Kolleejjiin Poolii Teeknikaa Qananiisaa Baqqalaa Barattoota Ogummaa garaagaraan leenjise eebbisise
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kolleejiin Poolii Teeknikaa Qananiisaa Baqqalaa barattoota dameelee ogummaa garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 114 marsaa 27ffaaf eebbisiseera.…